Aburdaallaa
Appearance
| Aburdaallaa ,dimbiriqqee ykn kiilolee | |
|---|---|
| Ramaddii saayinsawaa | |
| Mootummaa: | Bin |
| Murna: | Lafee qabeeyyii |
| Gita: | Allaattiwwanii |
| Tartiiba: | handaaqqeeyyii |
| warraa olaanaa: | Phasianoidea |
Aburdaallaa(afaan ingiliziin:Quail) maqaa walitti qabaa gosoota simbirroota guddina giddu galeessaa qaban hedduu kan akka waliigalaatti tartiiba Galliformes jedhamu keessatti kaa'amaniidha. Maqaan waloo garee qamalee tuuta, covey, [1] ykn bevy dha.