Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Algata Jaardachee" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
b r2.7.1) (ሎሌ መጨመር: za:Banjgaiq goucauxlun
Tectonic map
Sarara 1: Sarara 1:
[[File:Plates tect2 en.svg|thumb|350px|Tectonic plate adunya kan marsaa lammaffa century 20ffat kasani]]
[[File:Plates tect2 en.svg|thumb|350px|Tectonic plate adunya kan marsaa lammaffa century 20ffat kasani]]
[[Image:Tectonic plates Serret.png|thumb|300px|Tectonic plates (surfaces are preserved) [http://mappamundi.free.fr/pageF.php Mappamundi]]]

'''Plate tectonics''' ([[Afaan Greek]] ''tektōn'' jedhamu irra kan dhufee yoo ta'u hikaan "ijarra" jechu dha) kuni immo yadda [[geology]] kessatti sochii lafa [[lithosphere]] [[Earth|planeta kenya]] kessatti argamu jechuu dha. that has been developed to explain the observed evidence for large scale motions of the [[Earth]]'s [[lithosphere]]. Yaddi kuni immo yadda durii kana [[continental drift]] walakka 1ffa century 20ffa ba'e fi yadda [[seafloor spreading]] kana bara 1960ffa kessatti guddatte kan ofii kessa qabu fi kan irratti hunda'e yoo ta'u, yaddi tectonic plate yadda lachu fayyida alla gochu danda'erra.

Foyyeeffata hamma 12:54, 19 Guraandhala 2012

Tectonic plate adunya kan marsaa lammaffa century 20ffat kasani
File:Tectonic plates Serret.png
Tectonic plates (surfaces are preserved) Mappamundi

Plate tectonics (Afaan Greek tektōn jedhamu irra kan dhufee yoo ta'u hikaan "ijarra" jechu dha) kuni immo yadda geology kessatti sochii lafa lithosphere planeta kenya kessatti argamu jechuu dha. that has been developed to explain the observed evidence for large scale motions of the Earth's lithosphere. Yaddi kuni immo yadda durii kana continental drift walakka 1ffa century 20ffa ba'e fi yadda seafloor spreading kana bara 1960ffa kessatti guddatte kan ofii kessa qabu fi kan irratti hunda'e yoo ta'u, yaddi tectonic plate yadda lachu fayyida alla gochu danda'erra.

Gubban kessa lafa qoqqodama (layer) lama qaba: kan kessa tokko lithosphere gubbatti argamu yoo ta'u ofii kesssa immo crust fi gubba mantle jabba ofii kessa qaba. Jalla lithosphere immo asthenosphereit argama. Solid ta'ulle, yoo walitti madallan asthenospheriin viscosity fi shear strength diqqa qaba, akkasumas akka fesashi (geological time scalen) gaddii jiggu (lola'u) danda'a. Mantliin jalla kana asthenosphere jalatti argamu garu bayye jabba dha. Haa ta'u malee kuniin waan temprecherii qabana'a ta'ef miti, kuni waan dhibaan gudaan waan jirruf.

Lithospheriin tectonic platesit qoqodame argama. Akka Planeta kenya (Earth)iit immo tectonic plate guggudo torbaa fi diddiqo bayyetti jirra. Qoqqodama Earth kana ilalufi — Qoqodama Tectonic Plate ilalla. Platiin lithosphere asthenosphere gubbatti nana'u. Pletonii kuni ademsaa plate tokko fi kan birra irratti hunda'udhan dangaa saditti qodamu: kunis tokko; convergent yokan danga walitti ademani (walitti dhufaan), lamma; divergent yokan danga gargari ademani, fi sadi; transform (walii irra dabran) jedhamani qoqodamu. Chocho'a Lafa, volcano, ijjarama gara, fi oceanic trench hundinu danga plate irra kan ka'e umamuu. Ademsii plate bayyinan speed 0.66 hanga 8.50 centimeters per year ta'a.