Jump to content

Walqunnamtii saalaa

Wikipedia irraa

Walqunnamtiin Saalaa (ykn gababsame walqunnamtii) qaama saalaa dhiiraa gara qaama saalaa shamaraatti dhiibuu fi naquu dha. Gochoota keessa naquu hin qabne kan akka hidhii, harmaa fi qaama bakkeewwan biroo dhungachuu fi harka irra oofunii kanneen biroos amaloota walqannamti akka tahanitti ilaallamu. Namni walqunnamtii saalaa fayyadamuun ijoollee ykn ilma hooraata. Irra caalaatti garuu of gammachiisuufii walqannamtiin kan raawwatamu.

Walqunnamtiin saalaa saalqunnamti jedhamuunis ni beekkama. Safuuf jecha waliin rafuu ykn ciisu jechuun itt fayyadamu. Namni akka si waliin ciisu dirqisiisun gudeedu jedhama. Gudeeduu fi walqunnamti saalaa bifaa fudhatama hin qabneen nama irratti raawwachuun yaakka gurgudda keessatti lakkaawama.[1]

Ulfa ittisuu Jaarra 20ffa keessa, otuma saalqunnamtii gadhoni maloota ulfa ittisan baayyetu argame. Isaan keessa muraasni kondoomi, dawaa, luups fi lilmoo fayyadamuun kan raawwatamuudha. 1.mallotaa uumama Yeroo walqunnamtii saalaa yoo goonu carraan ulfaa'uu yoom jiraa yookamii immoo hin jiruu? Akkuma mata duree irratti kaase yeroo walqunnamtii saalaa goonuu carraan ulfaa'uu yoom jiraa yoom hin jirre jennee addaan beekuun hedduu barbaachisaadha.Namoonni lama walitti dabalamanii guyyaa carraan ulfaa'uu hin jirre yoo fayyadaman hawwiin isaanii suni harkaa turuu dandeessi jechuudha. Gara biraatiin namoota dhala argachuu hin feeneefi immoo yoom yoom walqunnamtii saalaa yoo goone carraan ulfaa'uu hin jirre jennee beekuun hedduu barbaachisaadha Carraan ilmoo godhachuu kooppiloota lamaanii guyyaa hanqaaquun itti gad lakkifamtu/Ovulate guyyaa carraan ulfaa'uu jiru/fertile windows kan jedhaman guyyoota kamii hanga kamiiti jennee addaan baafna,erga guyyoota kana beeknee namoota ilmoo barbaadaniif guyyoota kana keessa/fertile windows kani jenne keessa carraan ulfaa'uu waan jiruuf yeroo kanatti walqunnamtii saalaa gochuu qabu jechuudha. Warri ulfa hin barbaanne ammoo yeroo kanatti/fertile windows/ gochuu hin qabano. Guyyoota kana beekuuf karaa lamaan haa ilaalluu:_ 1. Dubartoota marsaa xurii laguu guyyaa 28 28n arganiif_arganiif_Guyyaa xurii laguu agarte irraa kaasnee guyyaa 14 lakkoofna guyyaan kun guyyaa hanqaaquun itti gad lakkifamtu/Ovulation day isa jennudha,guyyaa kana irraa guyyaa shan hir'isuun fi guyyaa shan itti dabaluun guyyoota jidduu kana jiran carraa ulfaa'uu guddaadha jechuudha.Asiratti carraan ulfaa'uu adaduma guyyaa oovuleeshiniiti dhiyaatuun dabalaa deema.fkn.warra guyyaa 28 28n xurii laguu arganiif guyyaan oovuleeshinii guyyaa 14 waan ta'uuf guyyaa 11 hanga 17 tti carraan ulfaa'uu 80%dha.Yoo guyyaa 9 hanga 19 ta'e carraan ulfaa'uu 21 hanga 35% dha Asiratti guyyaa 5 guyyaa hanqaaquun itti gadlakkifamtu oovuleeshinii irraa hir'isuu fi dabaluun kan barbaachiseef sanyiin kormaa yoo walqunnamtii saalaa godhame guyyaa 3 hanga 5 turuu waan danda'uuf ,guyyaa shan hir'isuun fi dabaluun filatamaadha Hanqaaquun yoo guddate sa'aatii 36 turtii erga gadlakkifamtee jennee guyyaa 3 hir'isuun fi dabaluurra guyyaa 5 fayyadamuun filatamaadha. Fkn.Dubartoota xurii laguu guyyoota walfakkaataa 28 28n arganiif:_guyyaan 14 guyyaa oovuleeshinii kanaafuu (14-5,14+5) =(9,19) kanafuu guyyaan 9 hanga 19 jiru guyyaa fertile windows/carraan ulfaa'uu jiruudha. Kanaafuu dubartoonni kunniin yoo ilmoo barbaadan malee guyyoota kana jidduutti walqunnamtii saalaa gochuu hin qaban jechuudha. 2. Dubartoota marsaan laguu guyyaa 28 28n itti hin dhufneef:-Marsaa xurii laguu keessatti guyyaan xurii laguu arganii kaasee hanga hanqaaquun gad lakkifamtu jiru secretory phase jedhama.Inni kuni dubartii dubartiitti garaagarummaa qaba.Innis dheerina guyyaa xuriin laguu suni turu irratti hundaaya.Guyyaa hanqaaquun gad lakkifamtee kaasee hanga xurii laguu arganiiti jirummoo luteal phase jedhama. Inni kun dubartii hunda keessatti walqixa,guyyaa 14 dha.Kanaafuu asirattii guyyaan hanqaaquun gad lakkifamtu 14 miti,haalli ittiin beeknu Guyyaa hanqaaquun gad lakkifamtu/guyyaa oovuleeshinii =dheerina marsaa xurii laguu dubartii sanaa - guyyaa 14/luteal phase Fkn. Dubartii takka guyyaa 30 30n xurii laguu agarti yoo ta'ee Guyyaan hanqaaquun gad lakkifamtu =30-14(luteal phase) =16 kanaafuu guyyaan 16 guyyaa oovuleeshinii waan ta'eef guyyaa shan asirraa hir'isuun fi shan itti dabaluun guyyoota 11 hanga 21 jidduu jiru guyyoota fertile windows jennuudha.Kanaafuu namoota ilmoo barbaadaniin alatti warri kuun jidduu kanatti carraan ulfaa'uu akka jiru beekuun barbaachisaadha. Hub:_ carraan ulfaa'uu adadummaa guyyaa oovuleeshiniittii dhiyaatuun dabalaa deema. -Sanyii kormaa guyyaa 3 hanga 5 turuu yoo danda'u,hanqaaquun garuu gadlakkiifamtee yoo guddate sa'aatii 36 turti kanaafuu guyyaa 3 ovuleeshirraa dabaluun gahaadha garuu carraa ulfaa'uu jiru bicuus taatu daraan xiqqeessuuf guyyaa 5n fayyadamuun filatamaadha. Maloota dubartoonni ofirrattii guyyaa oovuleeshinii hanqaaquun gad lakkifamtu ittiin beekuu danda'an keessaa 1. Dhangala'aan saarviksii irraa maddu hedduu haphii ta'ee hedduu yaa'uu danda'a.Halluunis killeema cabde fakkaata. 2.Ho'iniisi qaama guyyaa sanitti kan durii irra hanga 0.5c ni dabala.Kunis ganama ganama guyyoota hedduuf meeshaa addatti isa barbaachisuun safaruu gaafata fi kkk

Akaakuu saalqunnamtii

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Akaakuuwwan saalqunnamtii baayyee keessa salqunamti Affani isa tokko

Missionary[[sex eegama salqunamti]]Ejjennoo ergamaa ykn ejjennoo namaa irratti ejjennoo saalaa yoo ta’u, walumaa galatti, dubartiin duyda isheetin ciiftee dhiirri gubbaan irra ciisun ykn dhaabbachuun. qunxiroo qaama saalaa dubartitti dhibaa jechudha

Analsex hunduu nama salqunamti wajjiin hojjatan sana dhira ykn dubartitti taa'uu dandayaa dubartitti taa'uu dandayaa sala

[[Nyaata fedhii salqunamti dabaluu}]]

badhaadhef hormoonii testosterone dabaluu danda’a.

Kaarootii

Kaarotiinis vitaaminootan kan badhaadhedha. Vitaaminoonni kaarotii keessaa kunis jabeenya nafsaalaa keessatti ga’ee isaanii taphatu. Dabalees yaa’insa dhiigaa naannoo saniis ni ariifachiisu.

Avokaadoo

Avokaadon vitaaminoota akka ‘B’, ‘C’ fi ‘K’ kan of keessaa qabuudha. Vitamiiniin ‘K’ kun dhiigni iddoo isaa sirritti yeroo yeroon akka tamsa’u godha. Avokaadon pirotinas waan of keessaa qabuuf dandeettii fedhii kakaasuu gonfatee jira.

Wanti hubatamuu qabu garuu nyaata kana hunda yeruma tokko bakka tokkotti walitti finnee yoo nyaanne gaafasuma fedhii horanna akkasumas sa’aatin raawwii keenyaa nuuf dheerata jechuu miti. Nyaatawwan kunniin fayyaa keenyaf murteessaa waan ta’aniif fedhii walqunnamtii saalaa akka horannu taasisuu danda’u jechuuf malee fedhii du’ee jiru har’uma kana hirriibaa dammaqsu jechuu miti

Alkoolii

raawwatu garuu dhiibbaa uumuu danda'a. Qorattoonni akka jedhanitti hamma danda'an caalaa dhugun fedhii saalqunnamtii ni xiqqeessa.

Foolii alkoolii, machiifi sababoota kaaniin dhugaatiin alkoolii saalqunnamtiifi jireenya dhirsaafi niitii gidduutti dhiibbaa akka geessisutu amanama.

Fuduraaleeno?

Qoranoon akka agarsiisutti namoonni qaama salaa dhiiraa isaanii hin dhaabannetin rakkatan nyaatawwan kemikaalota filaavoynoyid of keessaa qaban akka sooratan gorfamu

Fakkeenyaaf gosa goraa biluberii jedhamu, burtukaanaa fi loomiinis eeramu. Dhiirota rakkoo akkanaa qabanif fuduraalee garaa garaa soorachuun rakkoo isaanii %14'n hir'isa.

Guduunfa

Dabalataanis, kuduraalee, fuduraalee, zayitii ejersaa, looziifi kaan dhiirota rakkoo walfakkaataa qabanif furuumata jedhameera

  1. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu