User:Tumsaa
Appearance
| Babel user information |
|---|
| Users by language |
Ani Wiikipiidiyaa yeroo dheeradhaaf fayyadamaan ture. Ammammoo fayyadamaa qofa odoo hin taane nama gumaata godhu ta'uun barbaada. Barreeffama mata duree addaa addaa irrattan barreessuuf yaada. Afaan lamaanan barreessa: Afaan Oromoo fi Afaan Ingilizii.
Yaada ykn gaaffii yoo qabaattan, Afaan Oromoo ykn Afaan Ingiliziin fuula Marii irratti naa barreessuu dandeessu.