Jump to content

Sinanana Dinsho

Wikipedia irraa

Sinaana Diinsho:Anaaleen dangessan: Agaafraa,Baatuu(Goobaa),Doddolaa,Gaasaraa, Gooroo fi Mannaati. Magaalaan guddoon Aanaa, magaaluma guddoo Kutaa baaleeti.Roobe jedhamti. Roobe magaalaa kutaa Baaleetis magaalaa Aanaa kanaatisi. Aanaan sinaanaa Diinshoo kuni magaalaotiin uf keessaa qab: Almganaa Hisuu Roobe Salqa