Jump to content

Sibilboora

Wikipedia irraa
Sibilboora
Pilaatiinimii

Pilaatiinimiin elementii yoo ta’u, sibiilli halluu bunni itti makame sibiilli hin goggogne dha. Faayaa fi industiriidhaaf kan ooludha.

Mallattoon keemikaalaa isaa gabatee elementoota keessatti Pt. Lakkoofsi atoomikaa isaa 78 dha.