Seermurtoo

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search

Herregaa fi Saayinsii Kompitaraa keessatti, seermurtoon tartiiba adeemsa shallagaa ittiin hojjataniiti. Seermurtoon shallaga, daataa hujeessuu fi murtii ofummaa'ee keessatti fayyada.