Ramadan
Appearance
Ramadaanni (Arabic: رَمَضَان, romanized: Ramaḍān [ra.ma.dˤaːn]) ji'a saglaffaa dhahaa Hijri ykn kalandari islaamaa tahe kan akkuma addunyaatti soomni itti qabamuu fi ji'a hawaasummaa fi Raabbiif bitamuun baayyinaan muslimootni kabajaniidha. Ji'a kana keessa Qur'aanni Muhammad irratti kan buufame. Ji'a ramadaana soomuum Utubaa Islaamaa shanan keessa tokko yoo tahu erga jiini mullatee kaase hanga jiini dhabamuu irratti hundaa'uun guyyaa 29 hanga 30 soomama.