Qaranbullee bisaani
Appearance
Suuta tarkaanfataa [1] ykn Qaranbullee bishaanii Maqaa saayiinsaawaa:- Tardigrades ( (akka waliigalaatti tardigrade, ykn Boyyee sarphaphuu jedhamuun kan beekamu) fi yeroo jalqabaatiif phaphaasii Jarmanii ( Johann August Ephraim Jose ) bara 1773 ttii ibsamee , bineensi suuta kan deemu yoo ta’u tartiiba Ekidaayisizowaa(Ecdysozoa), kan garee bineensota protostomic ti. Akkasumas bineensa cimaa fi ajaa'ibsisaaa addunyaa kanaati.bineelda addunyaa kanarraa jalqabaa hawaa keessa jiraachuu kan danda'u jedhamee amanama .
Gaggessituu
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Tardigrade YouTube irratti ilaalaa .
- Odeeffannoo waa'ee bineensa tardigrade YouTube irratti .
- Risaa bishaanii tardigrade New York Times, 2015
- Barruu Oduu Tardigrade
- Tardigrades - Suuraa fi Fiilmii
- Pirojektiin Edinburgh Tardigrade jedhamu
- ↑ قاموس المورد، البعلبكي، بيروت، لبنان.