Order (baayoolojii)

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Tartibba qoqqodama umama

Qoqqodama saayiinsii kessafi kan biology kessatti akka tajajilamutti, order (Latino: ordo, plural ordines) kuniin sadarka class fi famiglia jidduti argama (maqaa birra sadarka irra taxon jedhamuun bekama). Superorderiin immo sadarka class fi order jiddutti argamu dha.