Qaanqorsa

Wikipedia irraa
Qaanqooraa qilleensa keessa seenee, urjiilee furguggifamoo mul'atu uumuun akka meetirooyitiitti fuula lafaa rukutuu agarsiifame

Qaanqorsaa Qaama bungulkattarra Xiqqaa dhagaa ykn sibiilaa xiqqaa hawaa alaa keessa jiruudha.

Qaanqorsi wantoota jajjabooykn dhakaa sirna biiftuu keessa deemanii dha. Yoo qilleensa marsaa dachee keessaseenan meteyoorota, yookaan urjiileefurguggifamoo jedhamu. Yoo irra lafaa dhaqqaban immoo, meterooraayitoota ykn Bubuttuwwan jedhamu. -Addeessiqaamolee pilaanetotaykn pilaanetoota dinkiittinaanna’aniidha