Jump to content

Oordarii

Wikipedia irraa

Baayoloojii keessatti, oordariin sadarkaa taaksonoomii kan orgaanizimoota ittiin ramdani. Oordariin sadarkaa kana keessatti, gitaa gaditti kan argamu yoo ta'u warra dursee dhufa.