Muuzii

Wikipedia irraa
Qonna muuzii Hinditti

Muuziin ykn warqi gosa fudraa gosa biqiltuu warqa irraa argamudha.

Biyyoota abbootiin muuzaa Lemda , banaanaa shole (magariisa) fi banaanaa Balbis (burtukaana) dhalatan.

Har’a gosootni muuzii baay’inaan namoonni nyaatu baay’inaan gosa Musa acuminata ykn gosa Musa balbisiana irraa kan dhufanidha. Kanneen irraa kan hafe, gosootni adda addaa hedduun keessumaa Niwuu Giinii, Boorniyoo fi naannoo isaanii keessatti argamu.