Jump to content

Maqaalee Rabbi (Islaama)

Wikipedia irraa

Maqaaleen 99 Allaah (Afaan Arabaan: أسماء الله الحسنى‎‎, /ʾasmāʾu llāhi lḥusnā/) maqoota Allaah kan Rabbiin Qur'aana keessa buuseedha. Maqaaleen kunneen Rabbiin kan ibsaniidha.

"Rabbiin maqoota sagaltamii sagal, dhibba jechu tokko hirdhu qaba. Namni isaan lakkaa'e (qomaan jedhe) jannata galeera." - Nabi Muhammed (S.A.W)

Tarree maqoota Rabbi

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Afaan Arabaa durii

(Qur'aana/ Afaan Arabaa duriin) [1]

Afaan Arabaa amayyaa

(dubbachiistu walin/ dubbachiistuu malee)

Qaraatii Qubeessuu

[Akaakuu biroon]

HiikkaaWabiiSeerluga
Aٱلْرَّحْمَـٰنُ

ٱلْرَّحْمَـانُ

الرّحمـٰن

\ الرّحمان

الرحمـٰن

الرحمان

ar-Raḥmān/ ar-RaḥmānArrahmaan

[Ar-Rahmaan]

Duniyaa irratti hundaafuu kan Rahmata ykn aagii godhuQuran: Beginning of every Surah (chapter) except one, and numerous other places. The first verse ('ayat) of Surah ar-Rahman (Surah 55) consists only of this Name.D
Aٱلْرَّحِيْمُ \ الرّحيم

الرحيم

ar-Raḥiym/

ar-Raḥīm

Arrahiim

[Ar-Raheem]

Akkuma duniyaa irratti karaa haqaatti isaan qajeelche Aakhiraattis mu'uminoota qofaaf Rahmata kan GodhuQuran: Beginning of every Surah (chapter) except one, and numerous other places (there are a total of 114 Surahs in the Quran.)D
Aٱلْمَـٰلِكُ

ٱلْمَـالِكُ

المـٰلك

المالك

al-Mālik/

al-Mālik

Almaaliku

[al-Maalik]

Mootii: kan ajajuu fi dhoowuun harka isaa jiru akkasumas waan uume akka barbaade gochu kan dand'u duniyaas ta'e Aakhiraanis kan mootummaa isaa jala jiru. 59:23, 20:114, 23:116D
Aٱلْقُدُّوسُ \ القدّوس

القدوس

al-Quddūs/

al-Quddūs

Alqudduusu

[al-Quddous,

al-Quddoos]

Qulqulluu: kara hundaan qulqulluu fi guutu kan ta'e.59:23, 62:1D
Aٱلْسَّلَـٰمُ

ٱلْسَّلَامُ

السّلـٰم

\ السّلام

السلـٰم

السلام

as-Salām/

as-Salām

Assalaamu

[As-Salaam]

Naga-qabeessa: Innis nagaadha, maqaan isaas Nagaadha, hojiin isaas nagaadha, nageenyi duniyaa fi aakhiraatti argamus isuma irratti.59:23D
Aٱلْمُؤْمِنُ المؤمن al-Muʿumin/

al-Muʿmin

AlNageenya Kennuu/ Kennaan/ Amantii/ Mu’mina Ol’aanaa (kan Amantii)/ Kan Amantii Kennuu/ Hunda Mirkaneessaa59:23D
Aٱلْمُهَيْمِنُ المهيم|المهيمن|المهيمن al-MuhayminAlmuheeyminuEegaa waa hundaa kan ta'eefi kan to'atu.59:23D
Aٱلْعَزِيزُ العزيز al-ʿAziyz/

al-ʿAzīz

Alaziizu

[al-Azeez]

Injifataa,hunda danda'a: kan waa hunda injifatuufi kan wanti tokkollee eeyyama isaa malee hin sochoone.3:6, 4:158, 9:40, 48:7, 59:23D
Aٱلْجَبَّارُ \ الجبّار

الجبار

al-Jabbār/

al-Jabbār

Aljabbaaru

[al-Jabbaar]

Abbaa humnaa jabaa: kan waan fedhe bakkaan gahuu danda'uufi kan uumamni hundi isaaf gadi jedhuu fi kan waa hundi harka isaa kajeelu.59:23D
Aٱلْمُتَكَبِّرُ \ المتكبّر

المتكبر

al-Mutakabbir al-MutakabbiruBoonaa: kan hir'inaa fi waan isaa hin malle hunda irraa, akkasumas gabroottan miidhuu irraa kan ol ta'ee if warra boonuu gadi qabee kan xiqqeessu.59:23DTemplate:Clarify
mutafaʿʿil
Aٱلْخَـٰلِقُ

ٱلْخَالِقُ

الخـٰلق

الخالق

al-Khāliq/

al-Khāliq

al-Khaaliqu

[al-Khaaliq]

Uumaa: kan utuu waa irraa hin ilaalin jalqabee uume.6:102, 13:16,[2] 36:81, 39:62, 40:62, 59:24D
Aٱلْبَارِئُ البارئ al-Bāriʿ/

al-Bāriʿ

al-Baari'u

[al-Baari’/ al-Baarie]

Haaraa Argamsiisaa: kan waan ofii uumee argamsiise kan ifatti baase.59:24D
Aٱلْمُصَوِّرُ \ المصوّر

المصور

al-Muṣawwir al-Musawwiru

[al-Mussawwir/

al-Muswawwir]

Suuraa fedhe irratti Uumaa59:24D
Aٱلْغَفَّـٰرُ

ٱلْغَفَّارُ

الغفّـٰر

\ الغفّار

الغفـٰر

الغفار

al-Ghaffār/

al-Ghaffār

al-Ghaffaaru

[al-Ghaffaar]

Araarama:Kan utuu gabrichi akkaan balleessu Inni immoo akkaan Araaramuuf 20:82, 38:66, 39:5, 40:42, 71:10D
Aٱلْقَهَّـٰرُ

ٱلْقَهَّارُ

القهّـٰر

\ القهّار

القهـٰر

القهار

al-Qahhār/

al-Qahhār

al-Qahhaaru

[al-Qahhaar]

Injifataa: kan wanti isa malee jiru hundi isaaf gadi jedhuu fi kan waa hundi isa jalatti bulu 12:39, 13:16, 14:48, 38:65, 39:4, 40:16D
Aٱلْوَهَّابُ \ الوهّاب

الوهاب

al-Wahhāb/

al-Wahhāb

al-Wahhab

[al-Wahhaab]

Arjaa/ kennaa wa hundaa38:9, 38:35D
Aٱلْرَّزَّاقُ \ الرّزّاق

الرزاق

ar-Razzāq/

ar-Razzāq

Ar-Razzaq

[Ar-Razzaaq]

Dhiyeessaa/ Jiraachisaa/ Kennaan Jireenyaa/ Dhiyeessaa Hundaa51:58D
Aٱلْفَتَّاحُ \ الفتّاح

الفتاح

al-Fattāḥ/

al-Fattāḥ

al-Fattah

[al-Fattaah]

Kan Banu/ Banu Karra Bu'aa/ Bane/ Kan Injifannoo Kennu34:26D
Aٱلْعَلِيمُ العليم al-Aliym/

al-Alīm

al-Alim

[al-Aleem]

Beekaa/ Hunda Beekaa/2:158, 3:92, 4:35, 24:41, 33:40D
Aٱلْقَابِضُ القابض al-Qābiḍ/

al-Qābiḍ

al-Qabid/ al-Qabidh

[al-Qaabid/

al-Qaabidh]

Uggura/ eegaa/ Qajeelchaa/2:245V
Aٱلْبَاسِطُ الباسط al-Bāsiṭ/

al-Bāsiṭ

al-Basit/ al-Basitt

[al-Baasit/ al-Baasitt]

Guddisaa/ Badhaasaa/ Arjaaa2:245V
Aٱلْخَافِضُ الخافض al-Khāfiḍ/

al-Khāfiḍ

al-Khafid/ al-Khafidh

[al-Khaafid/

al-Khaafidh]

Salphisaaa/ xiqqeessaa56:3; al-Kafʿamī (1992:38)O
Aٱلْرَّافِعُ \ الرّافع

الرّافع

ar-Rāfiʿ/

ar-Rāfiʿ

Ar-Rafiʿ/ Ar-Rafee

[Ar-Raafiʿ/ Ar-Raafee]

Olkaasaa, kennaa/ guddisaa58:11, 6:83V
Aٱلْمُعِزُّ \ المعزّ

المعز

al-Muʿizzal-Muʿizz

[al-Muʿeizz]

Kabaja kan kennu, Humna kan kennu.3:26V
Aٱلْمُذِلُّ \ المذلّ

المذل

al-Muḏill/al-Mudhill al-Muzill

[al-Mudzhill]

Salphisaa, xiqqeessaa, kabajaa dhabsiisaa3:26V
Aٱلْسَّمِيعُ \ السّميع

السميع

as-Samiyʿ/as-Samīʿ As-Samiʿ/ As-Samie

[As-Sameeʿ]

Dhagahaa2:127, 2:256, 8:17, 49:1D
Aٱلْبَصِيرُ البصير al-Baṣīr/al-Baṣīr al-Basir/ al-Bassir/

al-Baswir [al-Baseer/ al-Basseer/ al-Basweer]

argaa: kan waan nuti gonu hunda nu argu4:58, 17:1, 42:11, 42:27D
Aٱلْحَكَمُ الحكم al-Ḥakam al-HakamAbbaan Murtii/ Giddu-galeessa/ Abbaa Taayitaa/Abba dhugaa22:69V
Aٱلْعَدْلُ العدل al-ʿAdl al-ʿAdl/ al-EdlAbbaa Murtii Haqaa/ Abba murtii dhugaaNot Quranic, see al-Kafʿamī (1992:40)
Aٱلْلَّطِيفُ \ اللّطيف

اللطيف

al-Laṭiyf/

al-Laṭīf

al-Latif / al-Lattif/

al-Latwif [al-Lateef/ al-Latteef/ al-Latweef]

Gara laafessaa/ arjaaa22:63, 31:16, 33:34D
Aٱلْخَبِيرُ الخبير al-Khabiyr/

al-Khabīr

al-Khabir

[al-Khabeer]

ogeessa, hayyuu /garalafessa6:18, 17:30, 49:13, 59:18D
Aٱلْحَلِيمُ الحليم al-Ḥaliym/

al-Ḥalīm

al-Halim

[al-Haleem]

obsaa/ dhiifama godhaa/ araaramaa/ aagii kennaa2:235, 17:44, 22:59, 35:41A
Aٱلْعَظِيمُ العظيم al-ʿAẓiym/

al-ʿAẓīm

al-ʿAzim, al-ʿAzzim, al-ʿAzwim/ al-Ezim,

al-Ezzim, al-Ezwim [al-ʿAzzeem, al-ʿAzweem/

al-Ezzeem,

al-Ezweem]

Isa Guddaa/Jabaa/ cimaa./ kan humna guddaa fi aangoo guddaa qabuu2:255, 42:4, 56:96D
Aٱلْغَفُورُ الغفور al-Ghafūr/

al-Ghafūr

al-Ghafur

[al-Ghafour, al-Ghafoor]

Araaraama: kan waan hundaa dhiifama godhuu2:173, 8:69, 16:110, 41:32D
Aٱلْشَّكُورُ \ الشّكور

الشكور

ash-Shakūr/

ash-Shakūr

ash-Shakur

[Ash-Shakour, Ash-Shakoor]

Galateeffamaa/ Dinqisiisaa/ Badhaasa Dachaa35:30, 35:34, 42:23, 64:17A
Aٱلْعَلِىُّ *\ ٱلْعَلِيُّ العلىّ

\ العليّ

العلى

العلي

al-ʿAlī */

al-ʿAliyy

al-Ali

[al-Aliyy]

Olaanaa, guddicha, moataa4:34, 31:30, 42:4, 42:51 34:23D
Aٱلْكَبِيرُ الكبير al-Kabiyr/

al-Kabīr

al-Kabir

[al-Kabeer]

Guddaa/ Yeroo hundumaa Guddaa/ Irra Guddaa/ Bal'ina, Dandeettii fi Barbaachisummaa Guddaa Baay'ee Qabu13:9, 22:62, 31:30, 34:23D
Aٱلْحَفِيظُ الحفيظ al-Ḥafiyẓ/

al-Ḥafīẓ

al-Hafiz

[al-Hafeez]

Kan Kunuunsu/ Yeroo hundumaa kan eegu/ Hundaa kan ilaalu/ kan eegu/ wardiyaa/11:57, 34:21, 42:6A
Aٱلْمُقِيتُ المقيت al-Muqiyt/

al-Muqīt

al-Muqit

[al-Muqeet]

Sooraa/ Nyaachisaa4:85I
Aٱلْحَسِيبُ الحسيب al-Ḥasiyb/

al-Ḥasīb

al-Hasib

[al-Haseeb]

Murtii kan fidu/ Yeroo hundumaa kan lakkaa'u [Dhimma Hundaaf Kan Ilaalchisu].4:6, 4:86, 33:39I
Aٱلْجَلِيلُ الجليل al-Jaliyl/

al-Jalīl

al-Jalil

[al-Jaleel]

Kabajamaa/ Olka’aa/ Yeroo baay’ee-Barbaachisaa/ Ulfina kan qabu55:27, 7:143A, V
Aٱلْكَرِيمُ الكريم al-Kariym/

al-Karīm

al-Karim

[al-Kareem]

Kabajamaa/ Arjaa/ kennaa/ Qaalii/ Tola ooltuu27:40, 82:6D
Aٱلْرَّقِيبُ \ الرّقيب

الرقيب

ar-Raqiyb/

ar-Raqīb

Ar-Raqib

[Ar-Raqeeb]

Daawwataa / Taajjabaa/ Yeroo hunda Dammaqaa4:1, 5:117D
Aٱلْمُجِيبُ المجيب al-Mujiyb/

al-Mujīb

al-Mujib

[al-Mujiyb]

Deebii kennu/ Deebisaa/ Deebii Olaanaa/ Fudhataa Waamicha11:61A
Aٱلْوَٰسِعُ

ٱلْوَاسِعُ

الوٰسع

الواسع

’al-Wāsi‘/

’al-Wāsi‘

al-Wasi‘/ al-Wasie

[al-Waasi‘/ al-Waasie]

Hunda hammata/Bal’aa / Bakka hundatti argamu/ Daangaa hin qabne/ Hundaa hammate2:268, 3:73, 5:54A
Aٱلْحَكِيمُ الحكيم al-Ḥakiym/

al-Ḥakīm

al-Hakim

[al-Hakeem]

Hayyuu/ Yeroo hunda Beekaa/ Murtii Gaariin kan badhaafame31:27, 46:2, 57:1, 66:2D
Aٱلْوَدُودُ الودود al-Wadūd/

al-Wadūd

al-Wadud

[al-Wadoud/ al-Wadood]

jalatamaa/ Yeroo hundumaa Jaalalaa11:90, 85:14D
Aٱلْمَجِيدُ المجيد al-Majiyd/

al-Majīd

al-Majid

[al-Majeed]

ulfina qabeessa/ surraa qabessaa/ olaanaa 11:73A
Aٱلْبَاعِثُ الباعث al-Bāʿith/

al-Bāʿith

al-Baʿith / al-Baʿeith

[al-Baaʿith/ al-Baaʿeith]

Du'aa kaasaa/ Dammaqsaa/ Kaasu/ Ergaa22:7V
Aٱلْشَّهِيدُ \ الشّهيد

الشهيد

ash-Shahiyd/

ash-Shahīd

ash-Shahid

[Ash-Shaheed]

Ragaa/ Ragaa ba'aa/ Yeroo hundumaa Dhugaa Ba'aa4:166, 22:17, 41:53, 48:28A
Aٱلْحَقُّ \ الحقّ

الحق

ʾal-Ḥaqq al-HaqqDhugaa/ hooda/ Tokkicha Dhugaa keessatti Sagalee fi Dhugaa ta’uun isaa Mirkanaa’aa dha6:62, 22:6, 23:116, 24:25D
Aٱلْوَكِيلُ الوكيل al-Wakiyl/

al-Wakīl

al-Wakil

[al-Wakeel]

Abbaa Imaanaa,  abdatamaa, Abukaatoo3:173, 4:171, 28:28, 73:9A
Aٱلْقَوِيُّ \ القويّ

القوي

al-Qawiyyal-Qawi

[al-Qawee]

Jabaa22:40, 22:74, 42:19, 57:25D
Aٱلْمَتِينُ المتين al-Matiyn/

al-Matīn

al-Matin

[al-Mateen]

Dhaabbata, Kan Jabaate51:58D
Aٱلْوَلِيُّ \ الوليّ

الولي

al-Waliyyal-Wali

[al-Walee]

Garagaaraa4:45, 7:196, 42:28, 45:19D
Aٱلْحَمِيدُ الحميد al-Ḥamiyd/

al-Ḥamīd

al-Hamid

[al-Hameed]

Faruun kan maltuun, galateeffama14:8, 31:12, 31:26, 41:42D
Aٱلْمُحْصِىُ

ٱلْمُحْصِيُ

المحصى

المحصي

al-Muḥṣiy/

al-Muḥṣī

al-Muhsi

[al-Muhsee]

Kan Hundaa Lakkaa'u, Lakkaawwii72:28, 78:29V
Aٱلْمُبْدِئُ المبدئ ’al-Mubdi’

[’al-Mubdiy]

al-Mubdiʾ

[al-Mubdie]

Oomishaa, aangafoo, eegalaa10:34, 27:64, 29:19, 85:13V
Aٱلْمُعِيدُ المعيد al-Muʿiyd/

al-Muʿīd

al-Muʿid

[al-Muʿeid/ al-Muʿeyd]

Deebisaa, Deebisee Kan Hundaa Deebisu10:34, 27:64, 29:19, 85:13V
Aٱلْمُحْىِ

\ ٱلْمُحْيِى

ٱلْمُحْيِي

المحى

\ المحيى

المحيي

al-Muḥ·yi */

al-Muḥ·yiy

al-Muhyi

[al-Muhyee]

Jiraachisaa7:158, 15:23, 30:50, 57:2V
Aٱلْمُمِيتُ المميت al-Mumiyt/

al-Mumīt

al-Mumit

[al-Mumeet]

Ajjeesaa, Du'a kan fiduu3:156, 7:158, 15:23, 57:2V
Aٱلْحَىُّ \ الحىّ

الحى

al-Ḥayyal-HayyJiraataa2:255, 3:2, 20:111, 25:58, 40:65D
Aٱلْقَيُّومُ \ القيّوم

القيوم

al-Qayyūm/

al-Qayyūm

al-Qayyum

[al-Qayyoum/

al-Qayyoom]

Kan Jiraate, Walabaa2:255, 3:2, 20:111D
Aٱلْوَٰجِدُ

ٱلْوَاجِدُ

\ الوٰجد

الواجد

al-Wājid/

al-Wājid

al-Wajid

[al-Waajid]

Hubataa, Kan Barbaadaa, Kan Hin Kufne38:44V
Aٱلْمَاجِدُ الماجد al-Mājid/

al-Mājid

al-Majid

[al-Maajid]

maalalchiisaa/beekkamaa85:15, 11:73; al-Kafʿamī (1992:48)A
Aٱلْوَٰحِدُ

ٱلْوَاحِدُ

\ الوٰحد

الواحد

al-Wāḥid/

al-Wāḥid

al-Wahid

[al-Waahid]

addiyyoo, qeenxee13:16, 14:48, 38:65, 39:4D
Aٱلْأَحَد \ الأحد

الاحد

al-ِِِʿAḥadal-AhadTokkicha112:1A
Aٱلْصَّمَدُ \ الصّمد

الصمد

aṣ-ِِِṢamadAs-Samad

[As-Ssamad/ As-Swamad]

Utuubaa, dhaabataa112:2D
Aٱلْقَـٰدِرُ

ٱلْقَادِرُ

\ القـٰدر

القادر

al-Qādir/

al-Qādir

al-Qadir

[al-Qaadir]

Danda'aa6:65, 46:33, 75:40D
Aٱلْمُقْتَدِرُ المقتدر al-Muqtadiral-MuqtadirMUrteessaa, irraa aanaa18:45, 54:42, 6:65A
Aٱلْمُقَدِّمُ \ المقدّم

المقدم

al-Muqaddimal-MuqaddimFuulurafidaa, Kan Fuulduratti Fidu/Saffisaa16:61V
Aٱلْمُؤَخِّرُ \ المؤخّر

المؤخر

al-Muʿakh·khiral-Muʾakhkhir

[al-Moʾakhkhir]

Kan Harkifachiisaa, tursiisaa, fageessaa71:4V
Aٱلأَوَّلُ \ الأوّل

الاول

al-ʿAwwalal-AwwalJalqaba57:3D
Aٱلْأَخِرُ *\ ٱلْآخِرُ \الأخر*\ الآخر

الاخر

al-ʿAkhir */

al-ʿĀkhir [variant]

al-Akhir */

al-Aakhir

Dhuma, goolaba57:3D
Aٱلْظَّـٰهِرُ *\ ٱلْظَّاهِرُ الظـٰهر

الظاهر

aẓ-Ẓāhir/

aẓ-Ẓāhir

Az-Zahir/ Az-ZZahir/ Az-Zwahir

[Az-Zaahir/

Az-Zzaahir/

Az-Zwaahir]

Mul'ataa57:3D
Aٱلْبَاطِنُ الباطن al-Bāṭin/

al-Bāṭin

al-Batin/ al-Battin/ al-Batwin

[al-Baatin/ al-Baattin/ al-Baatwin]

Dhokataa, Kan Hin Mul’anne, Kan Keessaa57:3D
Aٱلْوَالِى

ٱلْوَالِي

الوالى

الوالي

al-Wāliy/

al-Wālī

al-Wali

[al-Waali]

Bulchaan13:11I
Aٱلْمُتَعَالِى

ٱلْمُتَعَالِي

المتعالى

المتعالي

al-Mutaʿāliy/

al-Mutaʿālī

al-Mutaʿali

[al-Muta'aali]

Irra olaanaa13:9D
Aٱلْبَرُّ \ البرّ

البر

al-Barral-BarrKan Gaarii, Kan Faayidaa52:28D
Aٱلْتَّوَّابُ \ التّوّاب

التواب

at-Tawwāb/

at-Tawwāb

At-Tawwab

[At-Tawwaab]

Kan Yeroo Hundaa Dhiifama Godhu, Kan Gara Lakkisu2:128, 4:64, 49:12, 110:3D
Aٱلْمُنْتَقِمُ المنتقم al-Muntaqimal-MuntaqimHaaloo ba'aa32:22, 43:41, 44:16P
Aٱلْعَفُوُّ \ العفوّ

العفو

al-ʿAfuww/

al-ʿAfūw

al-ʿAfu

[al-ʿAfou]

Dhiifama kan godhu, ofkalchaa, Araaramaa, Aagaa4:43, 4:99, 4:149, 22:60, 58:2V, I
Aٱلْرَّءُوفُ

ٱلْرَّؤُفُ

الرّءوف

\ الرّؤف

الرءوف

الرؤف

ar-Raʿwūf/

ar-Raʿūf

Ar-Rauf

[Ar-Raʿouf/ Ar-Rawʿouf]

Mararfataa, gara-laafessa, arjaa9:117, 57:9, 59:10I
Aمَـٰلِكُ ٱلْمُلْكُ

مَالِكُ ٱلْمُلْكُ

مـٰلك الملك

\ مالك الملك

مـٰلك الملك

مالك الملك

Māliku ʼl-Mulk/

Māliku ʼl-Mulk

Malik ul-Mulk

[Maalik ul-Mulk]

dhuunfataa, abbaa birmadummaa hundaa,3:26D
Aذُو ٱلْجَلَـٰلِ وَٱلْإِكْرَامُ

ذُو ٱلْجَلَالِ وَٱلْإِكْرَامُ

ذو الجلـٰل والإكرام

ذو الجلال والإكرام

Ḏuʼl-Jalāli waʼl-ʼIkrām, Dhuʼl-Jalāli waʼl-ʼIkrām/

Ḏuʼl-Jalāli waʼl-ʼIkrām, Dhuʼl-Jalāli waʼl-ʼIkrām/

Template:LongitemDhuunfataa, Gooftaa kabajaa fi ulfinaa55:27, 55:78D
Aٱلْمُقْسِطُ المقسط al-Muqsiṭal-Muqsit

[al-Muqsitt]

Kan Haqa qabeessa, Kan Barbaachisu3:18; al-Kafʿamī (1992:58f)O
Aٱلْجَامِعُ الجامع al-Jāmiʿ/

al-Jāmi

al-Jamiʿ/ al-Jamie

[al-Jaamiʿ/ al-Jaamie]

funaanaa, sassaabaa, walitti qabaa3:9I
Aٱلْغَنىُّ

ٱلْغَنيُّ

ّالغنى

\ الغنيّ

الغنى

الغني

al-Ghāniyy/

al-Ghānī

al-Ghani

[al-Ghaani]

Dureessaa, soreessaa, ofdanda'aa39:7, 47:38, 57:24I, A, D
Aٱلْمُغْنِىُّ

ٱلْمُغْنِيُّ

المغنىّ

\ المغنيّ

المغنى

المغني

al-Mugh·niyy/

al-Mugh·nī

al-MughniBadhaadhsaa9:28V
Aٱلْمَانِعُ المانع al-Māniʿ/

al-Mānīʿ

al-Maniʿ/ al-Manie

[al-Maaniʿ/ al-Maanie]

Ittisaa, Kan ofirraa ittisu, Gaachana, wanteeSee al-Kafʿamī (1992:61)
Aٱلْضَّارُ \ الضّار

الضار

aḍ-Ḍārr/

aḍ-Ḍārr

Adh-Dharr

[Adh-Dhaarr]

gidiraa, Miidhaa, hubaa6:17; al-Kafʿamī (1992:58)
Aٱلْنَّافِعُ \ النّافع

النافع

an-Nāfiʿ/

an-Nāfīʿ

An-Nafi‘/ An-Nafie

[An-Naafiʿ/ al-Naafie]

faayidaa qabeessa, gaarii30:37
Aٱلْنُّورُ \ النّور

النور

an-Nūr/

an-Nūr

An-Nur

[An-Nour]

Ifa24:35I
Aٱلْهَادِى

ٱلْهَادِي

الهادى

الهادي

al-Hādiy/

al-Hādī

al-Hadi

[al-Haadi]

Qajeelchaa22:54I
Aٱلْبَدِيعُ البديع al-Badiyʿ/

al-Badīʿ

al-Badiʿ[al-Badiyʿ/ al-Badiye] Ka'umsa, jalqaba Kan wal hin madaalle, Kan hin dhaqqabne, bareedaa2:117, 6:101I
Aٱلْبَاقِى

ٱلْبَاقِي

الباقى

الباقي

al-Bāqiy/

al-Bāqī

al-Baqi

[al-Baaqi]

Kan Hin Jijjiiramne,  Daangaamaleessa, Kan Bara Baraa, waaraa55:27; al-Kafʿamī (1992:64)V
Aٱلْوَٰرِثُ

ٱلْوَارِثُ

الوٰرث

الوارث

al-Wārith/

al-Wārith

al-Warith

[al-Waarith]

Dhaalaa15:23, 57:10P
Aٱلْرَّشِيدُ \ الرّشيد

الرشيد

ar-Rashiyd/

ar-Rashīd

Ar-Rashid

[Ar-Rasheed]

Qajeelchaa karaa sirriiNot mentioned in the Quran
Aٱلْصَّبُورُ \ الصّبور

الصبور

aṣ-Ṣabūr/

aṣ-Ṣabūr

As-Sabur/ As-Ssabur/ As-Swabur

[As-Sabour/ As-Ssabour/ As-Swabour]

obsaa2:153, 3:200, 103:3I
[* = classical calligraphic short written form]
Template:SupTemplate:By whom. Template:Space Template:Sup D = Direct;Template:Clarify V = from Verb; A = from Adjective or Adjectival Phrase; I = from Indefinite noun;

P = from Plural noun; O = Other

  1. Please note the written Arabic spelling of the names written in Arabic in the table are in the vowelled Classical/Quranic form (proper = in the Quran and Ahādith) with the square bracketed "[.]" variant of the written Arabic forms given in common or modern texts—usually in media, some long vowels and punctuations are omitted for the easier typing and reading.