Kaaslamee(square)

Wikipedia irraa

Herrega keessatti, Kaaslamee(Afaan Ingiliiziin: Square) lakkoofsa ofii isaatiin haala y x y= y^ 2 tiin wal baayisu. Fkn 3^2=3 x 3=9, 4^2=4 x 4=16, 9^2=9 x 9 = 81, 11^2=11 x 11=121 fi kkf. Hubadhu: 3^2=3 x 3=9 yoo dubbifamu sadii iskuweeriin wal-qixa sagal jedhama. Ykn sagal iskuweerii sadii ti jechuun ni danda'ama. Yaadadhu: iskuweeriin lakkoofsa y, y^2 dha malee '2y' miti. '2y'n lakkoofsa 'y' lamaan baay'isu dha. 'y^2' n garuu lakkoofsa 'y' ofii isaan baay'isu dha.

Fakkeenyota[gulaali | lakkaddaa gulaali]

0 2 = 0 ta’a
1 2 = 1 ta’a
2 2 = 4 ta’a
3 2 = 9 ta’a
4 2 = 16 ta’a
5 2 = 25 ta’a
6 2 = 36 ta’a
7 2 = 49 ta’a
8 2 = 64 ta’a
9 2 = 81 ta’a
10 2 = 100 ta’a
11 2 = 121 ta’a
12 2 = 144 ta’a
13 2 = 169 ta’a
14 2 = 196 ta’a
15 2 = 225 ta’a
16 2 = 256 ta’a
17 2 = 289 ta’a
18 2 = 324 ta’a
19 2 = 361 ta’a
20 2 = 400 ta’a
21 2 = 441 ta’a
22 2 = 484 ta’a
23 2 = 529 ta’a
24 2 = 576 ta’a
25 2 = 625 ta’a
26 2 = 676 ta’a
27 2 = 729 ta’a
28 2 = 784 ta’a
29 2 = 841 ta’a
30 2 = 900 ta’a
31 2 = 961 ta’a
32 2 = 1024 ta’a
33 2 = 1089 ta’a
34 2 = 1156 ta’a
35 2 = 1225 ta’a
36 2 = 1296 ta’a
37 2 = 1369 ta’a
38 2 = 1444 ta’uu isaati
39 2 = 1521 ta’e
40 2 = 1600 ta’a
41 2 = 1681 ta’e
42 2 = 1764 ta’e
43 2 = 1849 irratti kan argamu
44 2 = 1936tti kan ibsame
45 2 = 2025 ta’e
46 2 = 2116 ta’a
47 2 = 2209 ta’a
48 2 = 2304 ta’a
49 2 = 2401 ta’a
50 2 = 2500 ta’a
51 2 = 2601 ta’a
52 2 = 2704 ta’a
53 2 = 2809 ta’a
54 2 = 2916 ta’e
55 2 = 3025 ta’a
56 2 = 3136 ta’a
57 2 = 3249 ta’a
58 2 = 3364 ta’a
59 2 = 3481 ta’a

amaloota[gulaali | lakkaddaa gulaali]