Ji'oota Woggaa
Appearance
Jiini ( yookan Baatiin; Afaan Ingiliish: month) maqaa yeroo kan guyyoota 30 dhihaatu of keessa qabuu fi Kalaandarii woggaa keessatti fayyadamnuudha. Baatiin tokka dheerinna yeroo kan uumamaan Addeessi lafa irra naanna'uf fudhatuun wolitti dhihaata.
Maqaa Ji'oota woggaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]- Kanas ilaali: Maqaa ji'ootaa
Tarreen ji'oota waggaa jalqabaa hanga dhuma akka armaan gadii tarreeffamu.
- Ammajjii - January
- Gurraandhala - February
- Bitooteessa - March
- Ebla - April
- Caamsaa - May
- Waxabajjii - June
- Adoolessa - July
- Hagayya - August
- Fulbaana - September
- Onkolooleessa - October
- Sadaasa - November
- Muddee - Decmber
Wabii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Qammeen Woggaa ja'an 7tate dhufti Dhugaa?