Ji'oota Woggaa

From Wikipedia
(Redirected from Fulbaana)
Jump to navigation Jump to search

Baatii ykn Jiini woggaa maqaa yeroo kan Kalaandarii woggaa keessatti fayyadamnu.
Baatiin tokka dheerinna yeroo kan uumamaan Addeessi lafa irra naanna'uf fudhatuun wolitti dhihaata.

Maqaa Ji'oota woggaa.

Ammajii
Gurraandhala
Bitooteessa
Ebla
Caamsaa
Waxabajjii
Adoolessa
Hagayya
Fulbaana
Onkolooleessa
Sadaasa
Muddee