Xinaannoo
(Ikkooloojii irra kan qajeele)
Ikkooloojiin (jecha Giriik: οἶκος, "mana"; -λογία, "qorannoo") qorannoo walitti dhufeenya lubbu-qabeeyyii fi naannoo isaaniiti, kunis walitti dhufeenya lubbu-qabeeyyiin waliin wajjin qabanii fi fi naannoo isaanii wajjin qaban qorata.
{{{Maqaa}}} | |||