Halluu

Wikipedia irraa

Halluuwwan (ykn bifni) gosa baay'ee jiran keessaa, afaan Ingiliffaa fi afaan Oromoon.

Hiika Halluu
Ingilizii Afaan Oromoo
Black Gurraacha
Red Diimaa
White Adii
Pink Diimadii
Maroon Diimgurraa
Purple Bildiimaa
Scarlet Dhiilgee
Green Magariisa
Blue Cuquliisa
Orange Burtukaanahaa
Lime Asheeta
Aqua Garsamii
Amber Arfaasee
Grey Daalacha
Brown Boora


Halluuwwan[gulaali | lakkaddaa gulaali]