Golloo
Appearance
| ?Goolloo | ||||||||||||||
|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
Goolloo | ||||||||||||||
| odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||||
| ||||||||||||||
Goolloo ( Proteles cristata ) gosa waraabessaa xiqqoodha
Bifaafi amala uumamaa bineensichaa
[gulaali | lakkaddaa gulaali]Goolloon bifaa fi dhaabinaan waraabeessa cocorree fakkatafi garaagarummaan qaama goolloo kormaafi dhalaa gidduu hinjiruu. Kiiloograma 8 and 18 ulfaatuu.