Gobbaa
Gara kallatti ce'i
Gara barbaadutti ce'i
Goobbaan magaalaa Oromiyaa Godina Baalee argamtu yoo taatu magaalaa guddoon godinaa Roobee jijjiiramuun dura tan tajaajilaa turteedha. Goobbaan Roobee irraa Kilomeetira 15 fagaatti.