Dirree maagneetii

Wikipedia irraa

Dirreen Maagneetii ykn Dirreen laboobilaa:Baka yookiin bal’ina bantoo maagneetii tokkoo humna itti dalageessuu dha.Dirreen maagneetii sararaawwan yaaddooSararaawwan humna maagneetiijedhamanii beekamaniinbakka buufama yookiin agarsiifama.,Sararaawwan humna maagneetii sararaawwan yaaddoo kallattii dirree maagneetii haala ittifufiinsa qabuun agarsiisanii dha.