Class (Baayoolojii)

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Biological classification L Pengo la.svg

Class kan jedhamuu sadarka classificazione scientifica organizimotta biology kessatti phylum jalatti fi order gubbatti kan argamu dha.

Fakkenaa, Mammalia kan jedhamu class qoqqodama saree kessatti tajajilamuu yoo ta'u, kunis kan phylumiin isaa Chordata ta'ee (binensotta notocorda qaban) fi order isaa immo Carnivora ta'ee (hosiftotta fonii nyattan) dha.