Jump to content

Bud

Wikipedia irraa
(Budujaa(Iris) irra kan qajeele)
Buduja
Buduja nama keessatti naannoo halluu qabu (akkaataa addaatiin Magaala, Cuqulissa ykn magariisa) yoo ta’u, Qaroo Ijaa (tuqaa gurraacha geengoo) giddu galeessa isaa irratti kan argamu yoo ta’u, Adiija adiidhaan kan marfame dha.
Schematic diagram of the human eye (iris labeled at upper right)
Details
Synonyms Template:If empty
Precursor Mesoderm and neural ectoderm
Part of Front of eye
System Sirna Agartuu
Artery long posterior ciliary arteries
Nerve long ciliary nerves, short ciliary nerves
Identifiers
Latin iris
MeSH Template:Wikidata
TA98 Lua error in Module:Deprecated at line 13: assign to undeclared variable 'warn'.
TA2 Template:Wikidata
FMA Template:FMA
Anatomical terminology
[[[d:Lua error in Module:Deprecated at line 13: assign to undeclared variable 'warn'.|edit on Wikidata]]]

Namaa fi irra caalaan hoosistootaa fi simbirroota keessatti, Budujni (Afaan ingiliffaan:- iris) caasaa haphii, geengawaa ija keessatti argamu yoo ta’u, daayameetiraa fi guddina ijaa to’achuuf itti gaafatamummaa kan qabu yoo ta’u, kanaanis hamma ifa marayoo agartuu(raatina) ga’u to’achuuf itti gaafatamummaa qaba. Halluun ijaa kan ibsamu buduja dha. Jecha agartiin yoo ilaalle, Qaroon ykn agartuun meeshaa ijaa yoo ta’u, Budujni  ammoo murtessa ifaati.