Jump to content

Biqiltoota Daraaraa

Wikipedia irraa
(Biqiltoota Daaaraa irra kan qajeele)

Biqiltoota Daraaraa abuurkabeebsa(angiosperm) jedhamuunis nibeekamu. abuurkabeebsa jechuun immoo “biqiltoota sanyii golgamaa” jechuu dha. Biqiltoonni daraaraa biqiltootaheddumminaan jiran, sanyiiwwan adda addaa qabaniidha. Fakkeenyaa: qamadii, baaqelaa, garbuu, heexoo,waddeessaa fi kan kana fakkaatani dha.Amaloonni biqiltoota daraaraa beekamoon kanneenarmaan gadii ti:Daraaraa qabaachuu:daraaraanqaama walhormaataa ti. Caasaan kun qaama sanyiin kormaa(bullaan daraaraa) fi sanyii dhalaa keessatti qophaa’an qaba.Sanyii fi firii qabaachuu:sanyiin biqiltoota daraaraa firiin kan golgamee dha. .Adeemsa fartilaayizeeshiniiaddaa qabaachuu:biqiltoota daraaraa keessatti fartilaayizeeshinii lameetugaggeeffama.Bullaan daraaraa daddarbuuf caasaalee daraaraa mijataa qabaachuu:Haalluu, nadhii daraaraa fi bullaa daraaraa heddumminaan qabaachuunbullaan daraaraa akka daddarbuu danda’an biqiltoonni daraaraa amalootamijatoo qabu.

Baayoloojii ammayyaa keessatti murna gurguddoon saddeetitti qoodama: