Jump to content

Baarbeedoos

Wikipedia irraa
Baarbeedoos


Ballinakm²
Baayyina ummataa()
Tuuta'insa ummataa/km²
Faaruu
Koodii lakkoofsa bilbilaa+

Baarbeedoos biyya odolootaa kan Antiiliis Xiqqicha keessatti argamtu. Biyyi kun dheerinaan 34km (21mi), dalgeen 23km (14mi) yoo taatu ballina 432km ta'u qabdi.