Arkimeedis

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Arkimeedis kan Saayiraakus (/ˌɑːkɪˈmiːdiːz/; Giriik: Ἀρχιμήδης; c. 287 DhKD – c. 212 DhKD) abbaa herreegaa, fiizisistii, injinerii, kalaqaa, fi astironoomerii Giriik duriiti. Seenan jireenyasaa muraasni qofti kan beekkamu yoo ta'eyyuu Arkimeedis saayintistii guddaa bara durii keessa jiraatan keessaa tokkodha.

Wabii[edit | Lakkaddaa gulaali]