Abbabaa Abbishuu

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

Abbabaa Abishuu weellisaa, qabsaawaa fi sabboonaa Oromooti. Abbabaan weellistoota Oromoo baayyee jaallataman keessaa tokko yoo ta'u sirba inni ittin jaalatamu keessaa muraasni ganneen ashamaa (sirba aadaa Jimmaa), gungumi yoona yoona, fi kkf.