Jump to content

Garaagarumma foyyeeffata "Ancootee" gidduu

Wikipedia irraa
Content deleted Content added
Tumsaa (dubbadhu | gumaacha)
No edit summary
Tumsaa (dubbadhu | gumaacha)
No edit summary
Sarara 1: Sarara 1:
'''Ancooteen''' (''coccinia abyssinica'') biqiltuu hiddaa yoo ta'u kan facaafamuufis hundeensaa akka nyaataatti waan tajaajiluufi. Ancootee karaa lamaan marguu danda'a: ijasaa yoo facaasanii fi hundeesaa yoo dhaabani. Ancooten biqiltuu waggaa yoo ta'u erga ija godhatee booda nigoga. Hundeensaa garuu lafa keessa turuun hanga roobni dhufutti eeggata, jiidha gaafa argates deebi'ee marga.
'''Ancooteen''' (''coccinia abyssinica'') [[biqiltuu]] hiddaa yoo ta'u kan facaafamuufis hundeensaa akka [[nyaata|nyaatatti]] waan tajaajiluufi. Ancootee karaa lamaan marguu danda'a: ijasaa yoo facaasanii fi hundeesaa yoo dhaabani. Ancooten biqiltuu waggaa yoo ta'u erga ija godhatee booda nigoga. Hundeensaa garuu lafa keessa turuun hanga roobni dhufutti eeggata, jiidha gaafa argates deebi'ee marga.


== Qabiyyee Nyaataa ==
== Qabiyyee Nyaataa ==
Ancooten niwuutirentii adda addaa of keessaa qaba. Kana keessaa pirootinii, kaarboohidireetii, faatii, warra gurguddaa dha. 
Ancooten niwuutirentii adda addaa of keessaa qaba. Kana keessaa pirootinii, kaarboohidireetii, faatii, warra gurguddaa dha. 


Ancooten albuudota akka ayirenii, kaalsiyemii, magniziyeemii, ziinkii fi fosfarasii of keessaa qaba. 
Ancooten albuudota akka [[ayirenii]], [[kaalsiyemii]], [[magniziyeemii]], [[ziinkii]] fi [[fosfarasii]] of keessaa qaba. 


== Oomishuu ==
== Oomishuu ==
Ancooten baayyinaan kan facaafamu naannoo lafa ol ka'iinsisaa meetira 1300 - 2800 qabutti. Roobni ancootef mijatu 762-1016mm. Akka gabaasni Ministeera Qonnaa ibsutti, yeroo ammaa, ancooten lafa heektaara 6,526 ta'urratti kan oomishamu yoo ta'u qonnaan bultoota 45,232 ta'utu oomisha. Ancooten heektaara tokkorraa kuntaala 150-180 oomishama, kunimmoo oomisha moosee fi mixaaxisa wajjin wal gita. 
Ancooten baayyinaan kan oomishamu godinaalee [[Wallagga|Wallaggaa]] keessatti. Ancooten baayyinaan kan facaafamu naannoo lafa ol ka'iinsisaa meetira 1300 - 2800 qabutti. Roobni ancootef mijatu 762-1016mm. Akka gabaasni Ministeera Qonnaa ibsutti, yeroo ammaa, ancooten lafa heektaara 6,526 ta'urratti kan oomishamu yoo ta'u qonnaan bultoota 45,232 ta'utu oomisha. Ancooten heektaara tokkorraa kuntaala 150-180 oomishama, kunimmoo oomisha moosee fi mixaaxisa wajjin wal gita. 


== Wabii ==
== Wabii ==
* [http://www.nuscommunity.org/fileadmin/templates/nuscommunity.org/upload/documents/NUS2013_Presentations/nutrient-concentration-of-anchote-plant-parts-at-different-harvesting-dates-and-in-situ-storage.pdf Nutrient Concentration of Anchote (Coccinia abyssinica) Plant Parts at Different Harvesting Dates and In-situ Storage]
* [http://www.nuscommunity.org/fileadmin/templates/nuscommunity.org/upload/documents/NUS2013_Presentations/nutrient-concentration-of-anchote-plant-parts-at-different-harvesting-dates-and-in-situ-storage.pdf Nutrient Concentration of Anchote (Coccinia abyssinica) Plant Parts at Different Harvesting Dates and In-situ Storage]
* Habtamu Fekadu, Fekadu Beyene, Gulelat Desse. [http://article.sciencepublishinggroup.com/pdf/10.11648.j.jfns.20140201.11.pdf Evaluation of bioavailability and sensory preference of processed Anchote (Coccinia Abyssinica) tubers in Eastern Wollega, Ethiopia], Journal of Food and Nutrition Sciences, 2014; 2(1): 1-12

Foyyeeffata hamma 12:55, 21 Bitootessa 2015

Ancooteen (coccinia abyssinica) biqiltuu hiddaa yoo ta'u kan facaafamuufis hundeensaa akka nyaatatti waan tajaajiluufi. Ancootee karaa lamaan marguu danda'a: ijasaa yoo facaasanii fi hundeesaa yoo dhaabani. Ancooten biqiltuu waggaa yoo ta'u erga ija godhatee booda nigoga. Hundeensaa garuu lafa keessa turuun hanga roobni dhufutti eeggata, jiidha gaafa argates deebi'ee marga.

Qabiyyee Nyaataa

Ancooten niwuutirentii adda addaa of keessaa qaba. Kana keessaa pirootinii, kaarboohidireetii, faatii, warra gurguddaa dha. 

Ancooten albuudota akka ayirenii, kaalsiyemii, magniziyeemii, ziinkii fi fosfarasii of keessaa qaba. 

Oomishuu

Ancooten baayyinaan kan oomishamu godinaalee Wallaggaa keessatti. Ancooten baayyinaan kan facaafamu naannoo lafa ol ka'iinsisaa meetira 1300 - 2800 qabutti. Roobni ancootef mijatu 762-1016mm. Akka gabaasni Ministeera Qonnaa ibsutti, yeroo ammaa, ancooten lafa heektaara 6,526 ta'urratti kan oomishamu yoo ta'u qonnaan bultoota 45,232 ta'utu oomisha. Ancooten heektaara tokkorraa kuntaala 150-180 oomishama, kunimmoo oomisha moosee fi mixaaxisa wajjin wal gita. 

Wabii