Waraqaa

Wikipedia irraa
Waraqaawwan Maniilaa

Waraqaan ykn Erbaali irratti barreessuu, maxxansuu fi maxxansuuf Innis oomisha mukaa kan akka veneeritti fayyadamudha. Qaaccaa mukaa ykn margaa jiisisuun wal irratti diriirsuun kan qophaa’udha Akka wal qunnaman gochuudhaan. Waraqaan faayidaa adda addaa kan qabu yoo ta’u, faayidaa isaa irratti hundaa’uun gosa adda addaa qaba.

Fakkeenyaaf: guddinaan
  • Waraqaa A0
  • Waraqaa A1
  • Waraqaa A2
  • Waraqaa A3
  • Waraqaa A4