User talk:Afaan oromoo guddisii
Mata duree ida'iadamabd
Barri darbaa jiru kun👉2014 💐dhibee kee fudhatee 💐yaaddoo kee fe'atee 💐qormaata kee baatee 💐gadda kee sassaabbatee 💐galma rakkina kee raasee 💐kan siif hin malle hanbiisee 💐hiyyummaa sirraa kaasee 🌿SIRRAA HAA DARBU👉2014 Barri dhufaa jiru kun👉2015 🌻nagaa addaa baatee 🌻jaalala haammatee 🌻furmaataa qabatee 🌻beekumsa hamma tulluu 🌻bara diinnikee mugdu 🌻bara ati koortee bultu 🌻kan dhiphinnikee dhibdu 🌻yeroo aduunkee iftu 🌻gamnachuunkee akka biiftu 🌻bara hojjettee milkooftu 🌻bara ormatti urgooftu 🌻bara akka gammaddetti ooltuu💚🌹 🌿 SIIF HAA TA'U👉2015
[lakkaddaa gulaali]Barri darbaa jiru kun👉2014 💐dhibee kee fudhatee 💐yaaddoo kee fe'atee 💐qormaata kee baatee 💐gadda kee sassaabbatee 💐galma rakkina kee raasee 💐kan siif hin malle hanbiisee 💐hiyyummaa sirraa kaasee 🌿SIRRAA HAA DARBU👉2014
Barri dhufaa jiru kun👉2015 🌻nagaa addaa baatee 🌻jaalala haammatee 🌻furmaataa qabatee 🌻beekumsa hamma tulluu 🌻bara diinnikee mugdu 🌻bara ati koortee bultu 🌻kan dhiphinnikee dhibdu 🌻yeroo aduunkee iftu 🌻gamnachuunkee akka biiftu 🌻bara hojjettee milkooftu 🌻bara ormatti urgooftu 🌻bara akka gammaddetti ooltuu💚🌹 🌿 SIIF HAA TA'U👉2015 213.5.71.215 22:54, 11 Guraandhala 2023 (UTC)
Og Artii
[lakkaddaa gulaali]A
Pirootoonii 196.190.228.81 07:37, 24 Adooleessa 2024 (UTC)
![]() |
The 2024 Cure Award |
In 2024 you were one of the top medical editors in your language. Thank you from Wiki Project Med for helping bring free, complete, accurate, up-to-date health information to the public. We really appreciate you and the vital work you do!
Wiki Project Med Foundation is a thematic organization whose mission is to improve our health content. Consider joining for 2025, there are no associated costs. Additionally one of our primary efforts revolves around translating health content. We invite you to try our new workflow if you have not already. Our dashboard automatically collects statistics of your efforts and we are working on tools to automatically improve formating. |
Thanks again :-) -- Doc James along with the rest of the team at Wiki Project Med Foundation 06:24, 26 Amajjii 2025 (UTC)
dhibba sammu
[lakkaddaa gulaali]Dhibba sammu