Jump to content

User:Lule Bayisa

Wikipedia irraa

Fuula weebsaayiti kana irratti seenaa, aadaa,duudhaa akkasumas qoosaawwan hawwatoo fi dinqisisoo, walaloo, asoosamaa fi og-barruuwwaan biraallee bifa haaraa taheen eegaluuf jira. hordoftoota, hiriyyootaa akkasumas barattootaa fi barsiisota oromiyaa dachee garagaraa jirtan yaada keenya waliif gumaachaa walirraa haa barannuun dhaamsa kooti.