Jump to content

User:Abdulwadud Amin

Wikipedia irraa

Oromoon ilmaan lama dhale ykn damee lama qaba isaaniis 1. Booranaa 2. Bareentoo

Booranni kudha lama(12) dhale. Isaaniis;

  1. Dacee 2. Cillibbaa. 3. Wallagaa 4. Goree 5. Goofaa 6. Garriii 7. Giriirraa 8. Gurraa 9. Sidaamoo 10. Naaroobii 11. Arii 12. Gujii
  2. Bareento torba dhale isaaniis; 1. Dhummuugaa 2. Morowwa 3. Karrayyuu
  3. 4. Humbanna 5. Qallo 6. Meeto 7. Faayo . a. Dhummuugaa sadi dhale isaaniis; 1. Arsii 2. Hawaasaa 3. Asoosaa..

Arsiin Lama shale isaaniis Sikko.2.Mando. Sikko Shan (5)shale isaaniis:1. Waacaale 2. Bullaalla 3. Waaji 4. Jaawwi 5. Ilaannii 2. Mando torba(7)dhale isaaniis; 1. Raayya 2.Kajawa 3.Wanama 4. Hawaxxuu 5.bilii 6. Karrayyuu 7. Karaara Morowwa sagal dhale Qaalluun wajji kudhani (10) isaaniis; 1. Alga 2. Warre 3. Baabbo .4. Galaan 5. Gaamo 6. Addaayyo 7. Baaye 8. Waayyee 9. Badii 10. Qaalluu . Karrayyuu: kudha lama dhale isaaniis; 1. Dullacha 2. Obo 3. Oborii 4. Abbiccuu 5. Gumbiccuu 6. Gullalle 7. Macca 8. Salaale 9. Jiille 10. Sayyo 11. Galaan 12. Wallo. .....,,. Humbanna tokko dhale inniniis Anniiyyaa ja’ama. Anniyya torba (7) dhale isaaniis; 1. Bidu 2. Anna 3. Kooyye 4. Macca 5. Baabbo 6. Malka’a( Malkaa) 7. Dambi ..,. Qallo afur (4) dhale isaaniis 1. Daga 2. Baabbile 3. Oborraa 4. Ala Hortee torban( 7) Anniyyaa: 1. Bidu jaha (6) dhale...Sadeen Galaaniifii Sadeen Gobbaa. Ja’ama. Sadeen Galaan. 1. Daada. 2. Mino. 3. Biliidaa. Sadeen Gobbaa 1. Jaarsa 2. Ooga. 3. Kooyyo-oomo, (2) Anna sadi (3) dhale...1. Dullacha 2. BiduuIbbuu. 3. Mida . 3.,kooyye sadi (3) dhale Dullacha 2. Abbunno 3. Guulle. 4. Macca kudha lama (12) dhale. 1. Dhanqa 2. Arreelee 3. Kubbaayyuu 4. Buuyyama 5. Kuraa 6. Jiddaa. 7. Guubu’a 8. Walleellee 9. Kooyyogobbaa 10. Doggomaa 11. Guusaa 12. Macceertee. 5. Baabbo 5 (shan) dhale 1. Amuumaa 2. Itayyaa 3. Halchayyaa 4. Iddoo 5. Awu, 6. Malka’a sadi (3) dhale 1. Nuura 2. Malkaatuu 3. Abbounnoo 7. Dambi sadi (3) dhale 1. Nuunno 2. Daga 3. Saru. Hortee Afran Qalloo 1. Daga sadi (3) dhale isaaniis : 1. Noolee 2. Jaarsoo 3. Huume Baabbile sadi (3) dhale isaaniis: 1. Gundhabe. 2. Haleele. 3. Hawwiyyaa. (3) Oborraan sadi (3) dhale isaaniis: Akkichuu. 2. Daga 3. Dooranii (4)Ala kudha lama (12) dhale Isaaniis: 1. Abbahi 2. Nuunnu 3. Abbaadho 4. Diiramu 5. Kaako 6. Buubbuu 7. Meettaa 8. Arroojjii 9. Galaan 10. Goollo 11. Ere 12. Gutayyu. *...