Template:Infobox anatomy
| Bal'ina Ibsaa | |
|---|---|
| Guddina | |
| Koodii Addunyaa |
Unki kun waa'ee caasaa qaama namaa (naflagaa) odeeffannoo guduunfaa agarsiisuuf kan qophaa'edha.
| Parameter | Description | Type | Status | |
|---|---|---|---|---|
| Maqaa | Maqaa | Maqaa caasaa qaamichaa kan Afaan Oromootiin. | Line | required |
| Maqaa Laatiinii | Maqaa Laatiinii | Maqaa saayinsaawaa kan Afaan Laatiiniin. | Line | optional |
| Fakkii | Fakkii | Maqaa faayilii fakkii isa jalqabaa (fkn, 'Human_heart.svg'). | File | optional |
| Ibsa Fakkii | Ibsa Fakkii | Ibsa gabaabaa kan fakkii jalatti barreeffamu. | Line | optional |
| Fakkii 2ffaa | Fakkii 2 | Maqaa faayilii fakkii dabalataa. | File | optional |
| Ibsa Fakkii 2ffaa | Ibsa Fakkii 2 | Ibsa fakkii lammaffaa. | Line | optional |
| Sirna | Sirna | Sirna qaamaa kan caasaan kun kutaa isaa ta'e (fkn, 'Sirna Dhiigaa'). | Line | optional |
| Ujummoo Dhiggeessituu | Ujummoo Dhiggeessituu | Ujummoo dhiigaa kan dhiiga qaama kanatti geessu. | Line | optional |
| Ujummoo Dhigdeebistuu | Ujummoo Dhigdeebistuu | Ujummoo dhiigaa kan dhiiga qaama kanarraa deebisu. | Line | optional |
| Ribuu | Ribuu | Ribuu (narvii) kan qaama kana too'atu. | Line | optional |
| Dhuyyaa | Dhuyyaa | Karaa dhangala'aan dhuyyaa (liimfii) ittiin sassaabamu. | Line | optional |
| Jalqabbii Guddinaa | Jalqabbii Guddinaa | Caasaa guddina rimaa (embryo) keessatti qaamni kun irraa uumame. | Line | optional |
| Lakk. Mata-duree Gray's | Lakk_Mata-duree_Gray | Lakkoofsa mata-duree kan kitaaba Gray's Anatomy maxxansa 20ffaa irraa. | Number | optional |
| Lakk. Fuula Gray's | Lakk_Fuula_Gray | Lakkoofsa fuulaa kan kitaaba Gray's Anatomy maxxansa 20ffaa irraa. | Number | optional |
| Koodii TA98 | TA98 | Koodii beekamaa idil-addunyaa kan Terminologia Anatomica (1998). | Line | optional |
| Koodii TA2 | TA2 | Koodii beekamaa idil-addunyaa kan Terminologia Anatomica (2019). | Number | optional |
| Koodii FMA | FMA | Koodii beekamaa kan Foundational Model of Anatomy. | Number | optional |
| Koodii MeSH | MeSH | Koodii beekamaa kan Medical Subject Headings. | Line | optional |
Akkaataa Itti Fayyadamaa
[lakkaddaa gulaali]Unki kun waa'ee caasaa qaama namaa (naflagaa) odeeffannoo ijoo agarsiisa. Koodii armaan gadii waraabii barruu keessan keessatti itti fayyadamaa.
Akkaataa Qullaa Itti Fayyadaman
[lakkaddaa gulaali]{{Infobox Naflagaa
| Maqaa =
| Maqaa Laatiinii =
| Fakkii =
| Ibsa Fakkii =
| Fakkii 2 =
| Ibsa Fakkii 2 =
| Sirna =
| Ujummoo Dhiggeessituu =
| Ujummoo Dhigdeebistuu =
| Ribuu =
| Dhuyyaa =
| Jalqabbii Guddinaa =
| Lakk_Mata-duree_Gray =
| Lakk_Fuula_Gray =
| TA98 =
| TA2 =
| FMA =
| MeSH =
}}