Shiistoomiyaasiisii

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Shiistoomiyaasiisii
Qooqodama fi ooddefanoowan aalaa walqabatan
ICD/CIM-10 B65 B65
ICD/CIM-9 120 120
DiseasesDB 11875
MedlinePlus 001321

Shiistoomiyaasiisii akassumas guuba-qaamaa cilaaluu jedhamuun kan beekamu ta'ee dhiibee maxanttuu raamoo dirirraakaanshiistoomoosomu jedhamuun kan dhuufuu. ujuummoon fincaaniiyookinmar'iimaanfaalamuu danda'uu Mallatoonii muul'aachuu danda'aan dhuukuuba garraa,,albaatii,udaan dhigaa qabuu, yookkin dhiiga fincaan keesa. Namootni dhuukuubichaan qabaman yeroo baay'ee kan quunammuu danda'uu balaa tiruu,ballaa kalee,maseenummaa,kansaari dha. Daa'iiman irrati , kan fidduu danda'uu rakkina guuddinnaa fi dadhaabina barachuu dha.[1]

Dhuukuubichii kan waliitii darbuu walquunamtii bishaan haaraa maxaantuun faalammeni. Maxantooni kuunni kan gadhisamani bishaan haarraa cilaaluun faalameeni. Dhuukuubnii kuunni kan baramaa ta'ee daa'iman biiyoolee gudachaa jiran kessa jirraatanii fi bishaan faalamee birra taphatan irattii. Balaa gudaan kan birraa kan jiraattuu qonaan bultoota,nammoota quurxuumii-qaban, fi namoota jirenya guyyaa isaanif bishaan qulquuluu kan hin fayadamaniidha. [1]Gareen itti ramadamuudhuukuuba heelminizzii.[2]Qooranaan kan addemsiifamuu hanqaaquu maxantuu fincaan yokkin udaan nama kesa yoo aagrameedha. Qooranoodhaan kan mirkaneefammuu danda'uu qaamoolee dhuukibicha fidan kan falmatan dhiga kessa arguunnii.[1]

Mallotnni ittissaa isaa kaneen aka akkattaa bishaan qulquuluun itti argammuu fooyesuufi lakkoofsa cilaluu hir'iisuun of kessaa qabuu. Naanoolee dhukkuubichi baay'inaan argamuu, wal'aansi paaraaziikuu'aantelii waggaati yerroo tokko garee hundaaf kenama. Kuunis kan goodhammu namoota dhukkuubichaan qabamaniifi, iti anuun. tamsa'ina dhukuubicha hir'isuufidha. Paaraaziikuu'aanteliin wal'ansaa Waldaan Buufaata Fayyaa aduunyaatin namoota dhuukubichaan qabamaniif kan goorsu dha.[1]

Wagaa 2012 irra jalqabee Shiistoomiyaasiisiin tilmaamaan gara nammoota miilliiyoona 210 addunyaa mara ira ajeeseera.[3] Tilmaaman namotnii 12,000[4]hanga 200,000 bara baraan dhuukkubichan du'uu[5] Dhuukkubichi baayinaan ardiilee Afriikaa, Eshiiyyaa akkasuumas Ameeriikaa kibaati argama.[1] Naannoo namootnii miliiyoona 700, biyolee 70tamaan caala, nanoolee dhuukuubichii barammaa ta'ee kesa jiraattuu.[5][6] Biyyoolee gamoojii keesa, shiistoomiyaasiisiin dukkuba busaatiin durfamee dhukkuboota maxaantootan dhuufanifi dinaagdee ira dhibbaa ciimaa gessan kessa lamaffaa irrati argama.[7] Shiistoomiyaasiisiin dhuukuuboota gamoojii dagatamannii keesatii tareefama[8]

Waabbii[edit | Lakkaddaa gulaali]

  1. 1.0 1.1 1.2 1.3 1.4 "Schistosomiasis Fact sheet N°115". World Health Organization. 3 February 2014. Retrieved 15 March 2014. 
  2. "Chapter 3 Infectious Diseases Related To Travel". cdc.gov. 1 August 2013. Retrieved 30 November 2014. 
  3. Fenwick, A (Mar 2012). "The global burden of neglected tropical diseases.". Public Health 126 (3): 233–6. PMID 22325616. doi:10.1016/j.puhe.2011.11.015. 
  4. Lozano, R.; Naghavi, M.; Foreman, K.; Lim, S.; Shibuya, K.; Aboyans, V.; Abraham, J.; Adair, T. et al. (15 December 2012). "Global and regional mortality from 235 causes of death for 20 age groups in 1990 and 2010: a systematic analysis for the Global Burden of Disease Study 2010". Lancet 380 (9859): 2095–128. PMID 23245604. doi:10.1016/S0140-6736(12)61728-0. 
  5. 5.0 5.1 Thétiot-Laurent, S. A.; Boissier, J.; Robert, A.; Meunier, B. (27 June 2013). "Schistosomiasis Chemotherapy". Angewandte Chemie International Edition in English 52 (31): 7936–56. PMID 23813602. doi:10.1002/anie.201208390. 
  6. "Schistosomiasis A major public health problem". World Health Organization. Retrieved 15 March 2014. 
  7. The Carter Center. "Schistosomiasis Control Program". Retrieved 17 July 2008. 
  8. "Neglected Tropical Diseases". cdc.gov. 6 June 2011. Retrieved 28 November 2014.