Seeres (lafjoo cuggee)

Wikipedia irraa
Ceres - RC3 - Haulani Crater (22381131691) (cropped).jpg

Seerees (mallattoo: ⚳)

Diyaameetiriin ishee 950km. Teempireecharri dirra seerees −105* C.

Pilaaneetii diwaarfii aduutti hiiqxee argamtuudha.

  • Addeessa hin qabdu.
  • Altokko aduurra naanna’uuf waggoota 4.6 itti fudhata.
  • Lafjoo xixiqqaa yeroo jalqabaaf Doonii hawaa keessa adeemuun daawwatamteedha.
  • Seerees sakondii tokkotti hanga ishee keessaa 6kg sababa hurkaatiin dhabdi.
  • Hanga sabbata astirooyidii keessaa tokko sadaffaa gumaachiti