Salvaador Daalii

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
Salvador Dalí 1939.jpg

Salvaador Dominigoo Filiippi Jakinto Daalii i Dominik, Marqués de Dalí de Pubol 1ffaa (Caamsaa 11, 1904 – Amajjii 23, 1989), gabaabatti Salvaador Daalii jedhama, lammii Ispeen suura abjuu fakkaatu kan sirriyaalisti jedhamu kaasun beekkamu yoo ta'u Figeres, Katalooniyaa, Ispeen keessatti dhalate.