Jump to content

Saldaqaa

Wikipedia irraa

Aluminiumiin ykn saldaqni elementii yoo ta’u sibiilli salphaadha. Halluun isaa akka meetaawaa waan ta’eef salphaatti kan xuraa’u miti. Uumamaan oksijiinii waliin kan walqabate yoo ta’u, qulqulluu ta’ee kaayyoo adda addaatiif kan ooludha.Aluminium sibiilli salphaa, meetii-adii kan qabuu fi haala oksideeshinii +3 olaantummaa qabu dha. Innis sibiilli baay'inaan irraa lafaa keessatti argamu yoo ta'u, adda durummaan karaa adeemsa Hall-Héroult sibiilfallii(Al2O3·nH2O) irraa kan baafamudha. Aluminium sababa baqqaana oksaayidii ittisaa ta’een dandii ni dandamata. Ciminaa fi dabarsuu isaatiin kan ka’e aerospace, ijaarsa, paakeejii (aluminium foil, cans), fi dabarsuu elektirikii keessatti bal’inaan itti fayyadama.