Rogsadee
Appearance
Rog-sadee jechuun danaa ji’oomeetirii sarara qajeelaa sadii fi guttiyyoo(vertex) sadii irraa hojjetame dha.
Shallaggii naannoo roga sadii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]: 1.1.
|
Shallaggii bal’ina roga saddeetii
[gulaali | lakkaddaa gulaali]: 1.1. Bal’inni bal’ina, b cinaacha kamiyyuu roga saddeetii agarsiisa, h immoo olka’iinsa cinaacha kana irraa gara golee faallaatti perpendikulaariin kaafame agarsiisa.
As Mee guddinni kofa 3 walakkaa naannoo ta’uu isaa haa hubannu |
Gosoota Rogsadee
[gulaali | lakkaddaa gulaali]-
Rogsadee rogqixaa
-
Rog-sadee lamqixaa(isosceles)
-
Rog-sadee mitqixaa
Rogsadeen kofa sirri kan ballinni kofa saa 90 Aankofa(digrii)
Rogsadeen kofqoree kan ballinni kofa isaa >90 Aankofa(digrii)
Rogsadeen kofa jufunfula kan ballinni kofa saa <90 Aankofa(digrii)
Rogsadee kofasirri | Rogsadee jufunfula (Obtuse) | Rogsadee kofqoree(acute) |
Habalakaa (Obliikii) |