Jump to content

Polandball

Wikipedia irraa
Mallattoo Polandball kan fayyadamtoonni uuman.

Polandball (akka jirutti yoo hiikkamu kubba Poolaandi jechuudha), maqaa biraa countryball jedhamunis ni waammama, waan aadaa biyyotaa agarsiisu fi fayyadamtoota Interneetiitiin waan uummamu yoo ta'u wanti kun jalqaba kan inni eegalmes bara 2009 weebsaayitii suuraa kan biyya Jarman Krautchan.net keessatti. Polandballn kun baacoo/qoosaa oonlaayinii wayita ta'u biyyoonni waan akka kubbaa fakkaatun bakka buufamanii Afaan Inglizii caccabaadhan wa'ee walqunnamtii biyyi tokko biyyoota biraa wajjin qabdu fi ilaalcha sirri kan hin ta'in kan ittiin ishiin biyya biraa ilaaltu (stereotype) irratti hundaa'un qoosudha. Qoosaan kun walumatti polandball ykn countryball jedhama.

Seenaa Isaa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Jalqabamuun Polandball waraana Interneetii (cyber war) Hagayya 2009 (August 2009 GC) fayyadamtoota Interneetii biyya Poolaandi fi fayyadamtoota biyyoota addunyaa hafan weebsaayitii drawball.com irratti argaman irraayi. Interneetii Poolaandi irratti erga yaadni alaabaa Poolaandi kubba(geengoo) irratti kaasuu dhiyaatee booda fayyadamtoonni Poolaandi kumaatamatti lakkawwaman wal gargaarudhaan drawball.com too'atanii suura gararraadhan adii garjallaadhan diimaa fi gidduutti barreeffama POLSKA jedhame qabu akka mul'atu godhan. Boodarra qindeessaa 4channin, alaabaan Poolaandi kun mallattoo Naazii Iswaastikaadhan huwwifame.[1][2]

Krautchan.net weebsaayitii suuraa (imageboard) Afaan Jarman yoo ta'u fayyadamtoonni Afaan Inglizii dubbatan kan Interneetii fayyadamuu baayyee jalatan (netizens jedhamanii beekkamu) baayyee ni leellisu. Jalqabni Polanball nama lammii Biriiteen Faalkoo (Falco) jedhamuun akka ta'e yoo dubbatamu namni kunis Fulbaana 2009 (September 2009 GC) polandball Maayikiroosoofti Peyintitti(MS Paint) fayyadamuun uumee; kunis nama lammii Poolaandi ta'e Woojak (Wojak) jedhamu fi weebsaayitii sanarratti Afaan Inglilizii caccabaadhan barreessu tokkoo xuquu fi ittiin qoosuf ture. Sana booda Kaartuniin Polandball lammiiwwan Raashiyaa hedduudhan baayyinaan kaafamuu jalqabe.[1][3][4]

Fakkeenya qoosaa Polandball, kan Bavaria irratti xiyyeeffate.

Bu'uurri Polandball, Polandball fudhatama kan argate balaa Xiyyara Poolaandi kan iddoo Ismooleniski jedhamutti ga'ee fi Pirezidaantii Poolaandi Liich Kaziyaanskii erga ajeesee booda, Poolaandi fi seenaa ishii, walitti dhufeenya ishiin biyya biraa wajjin qabdu, fi ilaalcha sirrii hin ta'in ittiin ishiin biyya biraa laaltu(stereotype) bakka buusun agarsiisu irratti yoo ta'u keessumaayyu.[3][5][2] Haasaan countryball gidduu jiru Afaan Inglilizii caccabaa fi jecha nama tuquun kan barreeffamu yoo ta'u, dhumarratti, Poolaandi, kan beekadhuma kubbaa gararraadhan diimaa dibameen bakka buufamte (kun faallaa alaabaa Poolaandi), yeroo boossu ni mullata.[1][2]

Qoosaawwan Polandball tokko tokko yaada Raashiyaan gara waaqaatti ol ba'uu ni dandeessi, Poolaandi garuu hin dandeessu kan jedhu irratti bu'uureffachuun kan qoofamani. Kaartuniin (cartoon) Polandball kan baayyee jaallatama guddaa argate Lafti(earth) qorsa guddaadhan (giant meteor) rukutamuuf akka deemtu fi kanarraa ka'udhaan biyyonni tekinoloojii ispeesii (space technology) qaban lafa gad dhiisanii gara waaqatti akka balali'an dubbata. Dhuma kaartunii kanaati Poolaandi ammas lafarra teessee boo'aa jiraachuu ishii fi Afaan Ingilizii caaccabadhaan jecha Polandball irraatti ittiin beekamtu "Poland can't into space (Poolaandi Waaqatti ba'uu hin dandeessu)" dubbatti.[3] Qoosaa akkasiitin, Raashiyaanonni mormii biyya kamtu caala jedhu xumuru.[1][3][5] Qoosan polandball kan biraa kan siyaasaa fi seena ilaallatuun ammoo, Poolaandi biyyoota biraa yeroo ishiin "yeroo Raashiyaa fi Tarkii caccabsinee moone turretti nuti addunyaarratti biyyaa guddaa turre ..." jechuun mukeessitu (boring) fi polandballn biyyoota biraa akka itti kolfan gootu mullata. Poolandis kolfa kanatti aarudhaan yeroo ishiin Kurwa (waan akka ejjituu jechuuti) jettuu fi mallattoo barreeffama "Internet serious business", dhaadannoo interneetii kan interneetiirratti arrabfamuun dhuma addunyaa miti jedhu, agarsiiftu fi dhumarratti akkuma polandball irratti barame boo'aa yeroo xumurtu agarsiisa.[1][2][6]

Countryball Biyyoota Biraa

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Polandball Biriiten agarsiisuf fayyadamtootan uummamee

Polanbdballn, Poolaandin alatti, qoosaa biyyoota biraa irratti xiyyeeffates ni qaba. Walumati garuu Polandball jedhame waammama,[1] countryball ni jedhama.[4] Akka Lurkmore.totti, Bavaariyaan kubba nmataashii qabdi, akkasumas kubboonnii Ameerikaa (USA), Kaataloon(Catalonia), fi Saayibeeriyaa (Siberia) bakka bu'an uummamanii jiru. Singaappoor kubba rogsadee ta'en yoo bakka buufamtu, Israa'eel waan akka hypercuben (fiiziksii Jiwish agarsiisuuf), Kaazaakistaan waan akka dhagaa ittin mana ijaaranii (brick), fi Yunaayitid Kingidem (United Kingdom) ammoo kooffiyyaa fi aguuggee ijaa(monocle) uffaate agarsiifamte. [7]

  1. 1.0 1.1 1.2 1.3 1.4 1.5 Orliński, Wojciech (16 January 2010). "Wyniosłe lol zaborców, czyli Polandball" (in Polish). Gazeta Wyborcza. Retrieved 25 March 2012. 
  2. 2.0 2.1 2.2 2.3 Zapałowski, Radosław (15 February 2010). "Znowu lecą z nami w... kulki" (in Polish). Cooltura. Archived from the original on 5 August 2014. Retrieved 22 March 2012. 
  3. 3.0 3.1 3.2 3.3 Kapiszewski, Kuba (13/2010). "Fenomem - Polska nie umieć kosmos" (in Polish). Przegląd. Archived from the original on 3 November 2014. Retrieved 26 March 2012. 
  4. 4.0 4.1 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  5. 5.0 5.1 Cegielski, Tomek (12 April 2011). "MEMY. Legendy Internetu" (in Polish). Hiro.pl. Archived from the original on 15 April 2011. Retrieved 24 March 2012. 
  6. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  7. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Wikimedia Commons on Polandball