Oonchooseersii'aasiisii
Oonchooseersii'aasiisii | |
---|---|
Qooqodama fi ooddefanoowan aalaa walqabatan | |
ICD/CIM-10 | B73 B73 |
ICD/CIM-9 | 125.3 125.3 |
DiseasesDB | 9218 |
Oonchooseersii'aasiisii, akkasuumas jamiina tiruu jedhamee kanbekammuufi dhibee Roobiisii dhiibee faalama raamoo maxantuu Oonchooseersaa voolvuuloosii dhan kan dhufuu dha.[1] Malatoolen kan argamuu danda'aan , dhaqanaa chaachuu, googaa jala dhitahuu fi jaamina dha.[1] Sababoole ija jaamsan keesaa lamaffaa iraati argama.[2]
Raamichi maxanttuu kan babal'atuu ciniinaa titisakan Simuuliniiyaii fakaatuu.[1] Dhukkuubichann faalamuun yeroo bay'ee hiddamun dhuufa. [3] Titisoonii naannoo lagaa jirraatuu, kanaafuu moogaasa maqaa issani .[2] Namaa kessa erga galee booda, rammoolenlarvaa umuukuunis akka raamoolen gara googgaa namaati dema.[1] Yeroo kana tiisiisa guraacha nama hidduu faaluu danda'uu.[1] Qorranaa isaa gochuf mallootnii addada, kan akka baayoopsiigoogaa saaliinii barammaa ira goochuunifii haamaa laarvaan dhuuffuu ilaauu, ija laarvaa kesa ilaaluu, fi raamoo gaheessaaf dhitoo kessaa ilaaluudhan.[4]
Talaallindhuukuubichaa hin argamnee.[1] Itiisnii isaa tisiisaan hidammuu irraa off eeguuniidha.[5] Kuunis kan goodhamuu danda'uu wantoota iilbiisoota dhiibanii faydammuu fi uffatasirriti uffachuudhaani.[5] Caraaqiin birraa baay'iina titisootaa farra ilbisootaa afuufuun hir'iisuu faa ta'uu danda'a.[1] Carraaqiin dhibee kana baleesuu,garee namootaa naanoolee aduunyaa heduu wagaatii yeroo lama wal'aanuunidha.[1] Wal'aansii namoota faalaman qoorichaanii dha iinveermeektiiniiyeroo ji'a 6 fi 12 gidduu jirru.[1][6] Wal'aansiichii laarvaa ajeesa garuu ramoo gaheesa hin ajeesuu.[7] Wal'aasiichiidooksiisaaykliinii, kan nama ajeesuu eendoosiiymbiiontii/kan walqabateebaakteeriyooleee Woolbaachaayii kan ramoolee dadhabbsuufi namoota tokko tokknon kan gorfamuudha.[7] Dhitoo googaa jalaa baqaqsanii bassunis ni danda'aama.[6]
Namootnii miiliiyoona 17 fi 25 gidduu jiran dhibbee tirruu jaamaattiin qabamani, kan 0.8 milliyooniiti tilmaamaman ijjisaani jameera.[3][7] Faalamootni bay'een kan uumaman biyootaa Afriikaa Sahaaraa gaddii, hata'uus mallee dhimmoolin Yamaaniifii naanoolee addan bahaan Ameeriikkaa giddu galafiAmeeriikaa kiibbaa irras gabafaamaniirruu.[1] Bara 1915 kesa, ogeesiichii fayyaa Roolfoo Roobileesiiyeroo raammicha dhuukuuba ijaa wajin walqabsiiseera.[8] Buffatnii fayyaa adunyaa,taree dhuukuuba gamoojii dagamaatamii irrati ramadeera.[9]
Waabbii[gulaali | lakkaddaa gulaali]
- ↑ 1.0 1.1 1.2 1.3 1.4 1.5 1.6 1.7 1.8 1.9 "Onchocerciasis Fact sheet N°374". World Health Organization. March 2014. Retrieved 20 March 2014.
- ↑ 2.0 2.1 "Onchocerciasis (also known as River Blindness)". Parasites. CDC. May 21, 2013. Retrieved 20 March 2014.
- ↑ 3.0 3.1 "Parasites – Onchocerciasis (also known as River Blindness) Epidemiology & Risk Factors". CDC. May 21, 2013. Retrieved 20 March 2014.
- ↑ "Onchocerciasis (also known as River Blindness) Diagnosis". Parasites. CDC. May 21, 2013. Retrieved 20 March 2014.
- ↑ 5.0 5.1 "Onchocerciasis (also known as River Blindness) Prevention & Control". Parasites. CDC. May 21, 2013. Retrieved 20 March 2014.
- ↑ 6.0 6.1 Murray, Patrick (2013). Medical microbiology (7th ed.). Philadelphia: Elsevier Saunders. p. 792. ISBN 9780323086929.
- ↑ 7.0 7.1 7.2 Brunette, Gary W. (2011). CDC Health Information for International Travel 2012 : The Yellow Book. Oxford University Press. p. 258. ISBN 9780199830367.
- ↑ Lok, James B.; Walker, Edward D.; Scoles, Glen A. (2004). "9. Filariasis". In Eldridge, Bruce F.; Edman, John D.; Edman, J. Medical entomology (Revised ed.). Dordrecht: Kluwer Academic. p. 301. ISBN 9781402017940.
- ↑ Reddy M, Gill SS, Kalkar SR, Wu W, Anderson PJ, Rochon PA (October 2007). "Oral drug therapy for multiple neglected tropical diseases: a systematic review". JAMA 298 (16): 1911–24. PMID 17954542. doi:10.1001/jama.298.16.1911.