Jump to content
Main menu
Main menu
move to sidebar
hide
Ilalcha
Fuula duraa
Ummataf Bana
Jijjirama Dhiho
Fuula Garagara
Gargaarsa
Fuula Adaa Ta'e
Barbadu
Barbadu
Appearance
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Meeshaalee dhuunfaa
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Contents
move to sidebar
hide
Beginning
1
Oduu Fillatame
Toggle
Oduu Fillatame
subsection
1.1
Polotikaa Fi Wal-Dhabaa
1.2
Disasters and accidents
1.3
Serraa Fi Serra Cabsuu
1.4
Fayyumaa
1.5
Obituaries
1.6
Economy and business
1.7
Science and technology
1.8
Culture and entertainment
1.9
Sports
1.10
Weather
Toggle the table of contents
Oduu Harraa
Add languages
Geessituuwwan dabali
Fuulbarruu
Marii
Oromoo
Dubbisi
View source
Seenaa laali
Meeshaalee
Tools
move to sidebar
hide
Actions
Dubbisi
View source
Seenaa laali
General
Mannin akka asiin walitti qabatte
Jijjiiramoota walidhihaatan
Faayila fe'i
Yero Hunda Asiin Kaan Walitti Qabatte
Odeeffannoo fuulaa
Kutaa Kan Barbada
Get shortened URL
Download QR code
Switch to legacy parser
Maxxansa/ala ergi
Kitaaba uumi
PDF dhaan buusi
Gosa Print Godhamu Danda'u
Piroojektiiwwan biroon
Appearance
move to sidebar
hide
Wikipedia irraa
(
Oduu Turre
irra kan qajeele)
Oduu
Fakkii Fillatame -
President Pervez Mushrraf - Pakistan
Oduu Fillatame
Bofii adunya kessaa diqaa kan ta'ee, Leptotyphlops carlae, bekkamerra. Dherinaan 10 cm (4 inch), qallinaan immoo pasta (spaghetti) ga'aa.
Partiin bulchitotaa (ruling coalition) Pakistan akkaa President Pervez Musharraf (Fakkii mirgaa) biroo isaa kessaa ba'uu isaa akka barbadaan besisaan
Dakkataa bishaan USA kan ta'ee Michael Phelps Beijing Olympics kessatti taphaa ademsisaa tureen medalii warqii Olympiksii bayee fudhachuun rekordii cabserraa.
Polotikaa Fi Wal-Dhabaa
Russian warranaa humnaa Georgia wajiin ademsifama turee akka dhabduu dubatee akkasumas yaadaa Europian Unioniin wal-hadhuu dhabuu fi nagaan wal-dubachuu fudhaterra. Aug 12
Partiin bulchitotaa (ruling coalition) Pakistan akkaa President Pervez Musharraf biroo isaa kessaa ba'uu isaa akka barbadaan besisaan. Aug 12
Peresdantinn Mauritania Peresdant Sidi Ould Cheikh Abdallahi injiffama warrannan tessoo isaa irra bu'erra. Aug 12
Disasters and accidents
Bokkaan Monsoon jedhame bekkamu India kessatti nama 40 ajjesserra. Lolaan guddaaniis Andhra Pradesh kessatti ture. Aug 10
Namonni 160 callanii Hindu temple, Naina Devi, Himachal Pradesh, India kessatti binensotta irratti ce'amanii du'anirra. Aug 12
Serraa Fi Serra Cabsuu
Chinaa kessatti nanoo Xinjiang Uyghur Autonomous dhihoo Kashgar kessatti warrana policii irratti ademifamenna policonni 16 du'anni, 16 mada'anirra. Aug 12
Fayyumaa
Obituaries
Economy and business
Science and technology
Bofii adunya kessaa diqaa kan ta'ee, Leptotyphlops carlae, bekkamerra. Dherinaan 10 cm (4 inch), qallinaan immoo pasta (spaghetti) ga'aa. Aug 4
Culture and entertainment
Sports
Dakkataa bishaan USA kan ta'ee Michael Phelps Beijing Olympics kessatti taphaa ademsisaa tureen medalii warqii Olympiksii bayee fudhachuun rekordii cabserraa. Aug 13
Ceremoniin banaa (opening ceremony) kana 2008 Summer Olympicsii stadiomii Beijing National kessatti ademsifame. Aug 12
Oduu sportii ballinaan dubisuuf
kana
banii.
Weather
Barbadu
Barbadu
Toggle the table of contents
Oduu Harraa
Add languages
Mata duree ida'i