Jump to content

Oduu Harraa

Wikipedia irraa
Oduu
Fakkii Fillatame - President Pervez Mushrraf - Pakistan

Oduu Fillatame

  • Bofii adunya kessaa diqaa kan ta'ee, Leptotyphlops carlae, bekkamerra. Dherinaan 10 cm (4 inch), qallinaan immoo pasta (spaghetti) ga'aa.
  • Partiin bulchitotaa (ruling coalition) Pakistan akkaa President Pervez Musharraf (Fakkii mirgaa) biroo isaa kessaa ba'uu isaa akka barbadaan besisaan
  • Dakkataa bishaan USA kan ta'ee Michael Phelps Beijing Olympics kessatti taphaa ademsisaa tureen medalii warqii Olympiksii bayee fudhachuun rekordii cabserraa.


  • Russian warranaa humnaa Georgia wajiin ademsifama turee akka dhabduu dubatee akkasumas yaadaa Europian Unioniin wal-hadhuu dhabuu fi nagaan wal-dubachuu fudhaterra. Aug 12
  • Partiin bulchitotaa (ruling coalition) Pakistan akkaa President Pervez Musharraf biroo isaa kessaa ba'uu isaa akka barbadaan besisaan. Aug 12
  • Peresdantinn Mauritania Peresdant Sidi Ould Cheikh Abdallahi injiffama warrannan tessoo isaa irra bu'erra. Aug 12


  • Bokkaan Monsoon jedhame bekkamu India kessatti nama 40 ajjesserra. Lolaan guddaaniis Andhra Pradesh kessatti ture. Aug 10
  • Namonni 160 callanii Hindu temple, Naina Devi, Himachal Pradesh, India kessatti binensotta irratti ce'amanii du'anirra. Aug 12
  • Chinaa kessatti nanoo Xinjiang Uyghur Autonomous dhihoo Kashgar kessatti warrana policii irratti ademifamenna policonni 16 du'anni, 16 mada'anirra. Aug 12
  • Bofii adunya kessaa diqaa kan ta'ee, Leptotyphlops carlae, bekkamerra. Dherinaan 10 cm (4 inch), qallinaan immoo pasta (spaghetti) ga'aa. Aug 4
  • Dakkataa bishaan USA kan ta'ee Michael Phelps Beijing Olympics kessatti taphaa ademsisaa tureen medalii warqii Olympiksii bayee fudhachuun rekordii cabserraa. Aug 13
  • Ceremoniin banaa (opening ceremony) kana 2008 Summer Olympicsii stadiomii Beijing National kessatti ademsifame. Aug 12

Oduu sportii ballinaan dubisuuf kana banii.