Nyaata baay'ee
Appearance
Miilixinximni (Afaan ingliffaan:- Arthropoda) Murna isa guddaa sanyiilee gara kuma dhibba sagal kan qabu dha. Isaanis bishaan keessa kan jiraatan, kan lafa irraa ykn illee maxxantoota ta’uu danda’u. Isaanis Buusaa maxa'a (appendages jointed) fi donkoo alee (exoskeleton) chitinous qabu.Murni kun gita gurguddoo hedduu kan of keessatti hammate yoo ta’u, gita ilbiisoota kan of keessaa qabu yoo ta’u kunis mataan isaa kutaa guddaa gosa bineensotaa addunyaa kanaa bakka bu’a. Dandeettii bakka jireenyaa hunda keessatti jiraachuu qabu.