NASA

From Wikipedia
Jump to: navigation, search

NASA (National Aeronautics and Space Administratrion) kuni agentii United States Federal Government yoo ta'u, dirqamma wa'e space ummatta USA qaba. July 29, 1958 (G.C.)tti National Aeronautics and Space Actiin dhabatte, qarqarsii bara 2007tti argattu hanga Dollar U.S billion 16.8 ni ta'a.

Wa'ee Space qofa osoo hin ta'in Nasan wa'e qo'anna aerospacii ummatta yeroo dherafi hojjatani fi wataderottafi ni kenna. February 2006 (G.C.) jalqabbe NASAn wagga nu durra jirranif qo'anno Space Exploration, Scientific Discovery and Aeronautics jabbesu erga tokkoffa godhatte ka'erra.