Marliinaa Diitiriish

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Marliinaa Diitiriish (1932)

Meerii Magdaalen "Marliinaa" Diitiriish (Marie Magdalene "Marlene" Dietrich, 27 Mudde 1901 – 6 Caamsaa 1992) aakterii fi weellistuu lammii Jarman-Ameriikaa ti.