Jump to content

Maqibsa

Wikipedia irraa

Maqibsi jecha maqaa booda dhufuun odeeffannoo dabalataa wa'ee maqaa sanii keennu.

  • Addunyaa Barkeessaa (2016). Semmoo: Bu'uura Barnoota Afaanii fi Afoola Oromoo, Finfinnee