Magarree(plumule)

Wikipedia irraa

Magarree ykn Micirlata(Afaan ingiliziin:Plumule )kutaa miciree sanyii keessaa bahee gara lata(qaama hiddaa olii) biqiltuutti guddatudha. Qaamolee akka Jirma, daraaraa, firii fi sanyiitti dagaaga. Plumuuliin lata biqiltuu  waan uumuuf, jaariftina raawwachuuf itti gaafatamummaa qaba.