Jump to content

Madaala Hangaa

Wikipedia irraa
Madaala hangaa Jarmanii kan naannoo 1960.

Madaalli meeshaa hangaafi ulfaatina safaruuf nu gargaarudha. Madaalliin hangaa akaakuuwwan adda addaa qaba. Isaanis; madaala fonqolchaa dalgee, madaala gulantaa cedhedhaafi madaalaa ulfaatina namaa safaruuf itti gargaaramnu isaan muraasaadha.