Maatii

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search

Hawaasa ilmaan namootaa keessatti, maatin garee namootaa kan dhalootan (firooma dhiigaa), firooman (karaa fuudhaa), ykn waliin jiraachun ummamedha.